Oduu biyya keessaa Giddugalichi Koomandoowwan leenjisa ture eebbisisaa jira Tsehay Guluma May 17, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Giddu galii Leenjii Ajaja Koomandoo fi Humna qilleensaa Komaandoowwan Leenjisa ture yeroo 42ffaan eebbisisaa jiraachuun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Azaarbaajaan misooma manneenirratti tumsaan hojjechuuf waliigalan Tsehay Guluma May 17, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Koorporeeshiniin Manneen Federaalaa fi Ejansiin Misooma Manneenii Azaarbaajaan misooma manneenirratti tumsaan hojjechuuf dhimmoota dandeessisanirratti…
Oduu biyya keessaa Ololli mootummaan Ijipti qalbii lammiilee hawwachuuf taasisu olola yeroo hin madaalledha –… Tsehay Guluma May 17, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Ololli mootummaan Ijipti qalbii lammiilee hawwachuuf taasisu olola yeroo hin madaallee fi fudhatama kan hin qabne ta'uu Miseensi Mana Maree…
Biiznasii Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 525 olitti tilmaamamu to’ataman Tsehay Guluma May 17, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 525 olitti tilmaamamu naannoo Somaaleetti to'atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise. Hordoffii cimaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen Jila Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan Tsehay Guluma May 16, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Jila Baankii Misooma Afrikaa waliin mari’ataniiru. Aadde Adaanech, haala…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Turki hariiroo daldalaa caalmatti cimsuuf waliigalan Tsehay Guluma May 16, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Gabramasqal Caalaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Turkii Barak Baaraan waliin…
Fayyaa Uwwisa fayyaa haadholii, Daa’immanii fi Guddattootaarratti bu’aa jajjabeessan argame – Dooktar… Tsehay Guluma May 16, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Uwwisa fayyaa haadholii, Daa’immanii fi Guddattootaarratti bu’aa jajjabeessan argamuu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xirunaan Ministira Diinagdee Azaarbaajaan waliin mari’atan Tsehay Guluma May 16, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Daawwannaa hojiif Azaarbaajaan kan jiran Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan Ministira Diinagdee biyyaattii Mikaayiil…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti baatiwwan 10’n darban Hidha Haroomsa Guddichaf Birriin biiliyoonni 1.3 walitti qabamuu… Tsehay Guluma May 16, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti baatiwwan 10’n darban Piroojektii Hidha Haroomsa Guddicha Itiyoophiyaaf Birriin biiliyoonni 1.3 walitti qabamuun ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti piroojektiin balfa dhangala’aa dhabamsiisuu Birrii miiliyoona 630n… Tsehay Guluma May 16, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Jimmaatti Piroojektiin balfa dhangala'aa dhabamsiisu Birrii miiliyoona 630n hojjetamu har'a Ganda Qofeetti ijaarsi isaa…