Af-yaa’ii Aganyahu Tashaagar Siimpooziyeemii fi Agarsiisa guyyaa Poolisii Itiyoophiyaa 116ffaa…
Finfinnee, Ebla 23, 2017(FMC) - Af-yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Aganyahu Tashaagar guyyaa Poolisii Itiyoophiyaa 116ffaa sababeeffachuun agarsiisaa fi siimpooziyamii Godambaa Saayinsiitti…