Oduu biyya keessaa Guyyaan qormaanni kutaa 12ffaa bara kanaa itti kennamu ifoome Tsehay Guluma Apr 29, 2024 0 Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2016 Adoleessa 3, 2016 eegalee kan kennamu ta’uu Tajaajjilli Qormaatilee fi Madaallii ifoomseera.…
Oduu biyya keessaa Gamoo Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa misooma Koriidariin kaafame hojiin deebisanii ijaaruu… Tsehay Guluma Apr 29, 2024 0 Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Gamoon Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa sababa misooma Koriidariin kaafamee ture hojiin deebisanii ijaaruu har’a eegalamuu Kantiibaan magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Paartiichi raawwii hojii baatiiwwan saglan darbani gamaaggamuu eegale Tsehay Guluma Apr 29, 2024 0 Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Paartiin Badhaadhina raawwii hojii baatiiwwaan saglan darbanii gamaaggamuu eegaleera. Ittaanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhina Obbo Adam Faaraahi…
Oduu biyya keessaa Hoggansi miira qabsoon rakkoo furuu, diinagdee hoogganuu fi humna waloo qindeessee fayyadamuurratti… Tsehay Guluma Apr 29, 2024 0 Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Gamaaggamni raawwii hojii Paartii fi Mootummaa kurmaana 3ffaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa ture xumurameera. Fayyadamummaa hawaasaa dhugoomsuuf…
Idil Addunyaa Keeniyaa dabalatee biyyoota Baha Afrikaatti miidhaan balaa Lolaa dabalaa dhufuu ibsame Tsehay Guluma Apr 29, 2024 0 Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Keeniyaatti hidhaan Kiijabee jedhamuun jiguun lolaa qaqqabsiiseen lubbuun namoota 45 darbuu ibsame. Lakkoofsi namoota du’anii dabaluu akka…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan dargaggoota ga’oomsuuf hojiilee haaraa miiliyoona 2 uumuuf karoorfatte – Dooktar Abiy… Tsehay Guluma Apr 29, 2024 0 Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Barnootaa waliinga’uu fi dargaggoota ga’oomsuuf Itiyoophiyaan hojiilee haaraa miiliyoona 2 uumuuf karoorfachuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti balaa lolaa mudaten lubbuun namoota 4 darbe Tsehay Guluma Apr 29, 2024 0 Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Boolee Aanaa 11 bakka addaa ‘Warraa ganu’jedhamutti roobaa cimaa roobuu hordofee balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 4…
Ispoortii Atileetoonni Itiyoophiyaa Maaraatoonii Maadrid injifatan Tsehay Guluma Apr 29, 2024 0 Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Maaraatoonii Ispeen Magaalaa Maadriditti gaggeeffame Koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru. Fiigicha Atileetoota…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Abiyyiin durfamu Yaa’ii 21ffaa Waldaa Misooma Idil addunyaarratti hirmaachuuf Keeniyaa… Tsehay Guluma Apr 29, 2024 0 Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC - Jilli Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Yaa’ii 21ffaa Waldaa Idil addunyaarratti hirmaachuuf Keeniyaa Naayiroobii galeera.…
Oduu biyya keessaa Ciminoota argaman itti fufsiisuun hanqinaalee adda bahan bu’uurarraa sirreessuuf… Tsehay Guluma Apr 29, 2024 0 Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) –Ciminoota bara 2016 keessa argaman itti fufsiisuun hanqinaalee adda bahan bu'uurarraa sirreessuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu Pireezidaantin…