Itiyoophiyaatti Sirni Faayinaansii Diijitaalaa guddina olaanaa galmeessaa jira – Obbo Maammoo…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaatti Sirni Faayinaansiin Diijitaalaa guddina olaanaa galmeessaa jiraachuu Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Obbo Maammoo Mihiratuun ibsaniiru.…