Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Qonnaan Bultootaaf tajaajila liiqii qonnaa kennuu eegale
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC)- Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Qonnaan bultoota qabiyyee lafaa xiqqoo qabani fi Waldaalee xixixqaan gurmaa’aniif tajajaila liiqii qonnaa guyyaa har’aa…