Biiznasii Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Birrii miiliyoona 622 ol deebisiise Tsehay Guluma Mar 26, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2016 (FBC)-Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa sababa rakkoo siistamaa mudateeniin Birrii seeraan ala fudhatamee ture miiliyoona 801 ol keessaa Birrii…
Oduu biyya keessaa Oromiyaa bakkoota garagaraatti koonfiraansiin Paartii Badhaadhinaa gaggeeffame Tsehay Guluma Mar 26, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2016(FBC)- Naannoo Oromiyaa Godinaalee fi Magaalotaa garaagaraatti konfiransiin Paartii Badhaadhinaa mata duree “Waadaa gochaan Badhaadhina…
Oduu biyya keessaa Karoorri misoomaa jireenya hawaasaa jijjiiruuf hojiirra oole bu’aa fidaa jira-Obbo Abdulhakiim… Tsehay Guluma Mar 22, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC)- Karoorri misoomaa Naannoo Oromiyaatti jireenya hawaasaa jijjiiruuf hojiirra oolaa jiru bu'aa qabatamaa fidaa jiraachuu Sadarkaa Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Rasaasni Shugguxii karaa seeraan alaa magaalaa Bahirdaar seenuuf ture kumni 25 ol to’atame Tsehay Guluma Mar 22, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC) – Rasaasni Shugguxii karaa seeraan alaa magaalaa Bahirdaar seenuuf ture kumni 25 ol to’atamuu ibsameera. Rasaasni Shugguxii Daangaa Sudaanii…
Ispoortii Har’a fiigichi xumuraa meetira kuma 5 dhiiraa fi kuma 1fi 500 koorniyaa lamaaniinuu ni gaggeeffamu Tsehay Guluma Mar 22, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC) – Taphoota Guutuu Afrikaan har’a fiigichi xumuraa meetira kuma 5 dhiiraa fi kuma 1fi 500 Koorniyaa lamaaniinuu ni gaggeeffamu.…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti dhaabbileen Faayinaansii 80 ta’an miseensa Fandii Inshuraansii maallaqa Kuufamaa… Tsehay Guluma Mar 22, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC) – Waltajjiin hubannoo uumuu Fandii Inshuraansii maallaqa Kuufamaa Itiyoophiyaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira. Itiyoophiyaatti…
Ispoortii Haaromsi Istaadiyeemii Magaalaa Finfinnee xumurame Tsehay Guluma Mar 21, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2016 (FBC) – Ulaagaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa bu’uura taasiisuun haaromsi Istaadiyeemii Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa ture guutumaan guutuutti…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saalvaa Kiir badhaasaa Nishaanii olaanaa biyyattii Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa… Tsehay Guluma Mar 21, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa fi Ajajaa Olaanaan Humna Waraanaa Waliigalaa biyyattii Saalvaa Kiir Maayaardiit Badhaasaa Nishaanii olaanaa…
Idil Addunyaa Isiraa’eel gaggeessaa olaanaa Hamaas Maarwaan Iisaa ajjeessuu ibsame Tsehay Guluma Mar 19, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Gaggeessaa olaanaan Hamaas Maarwaan Iisaa haleellaa qilleensaa Israa'el gaggeessiteen ajjeefamuu Ameerikaa beeksifte. Waraanni…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan Itiyoophiyaatti dhibee HIV Eedsii ittisuuf kan oolu Doolaara miiliyoona 111 deeggarsa… Tsehay Guluma Mar 19, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa karoora yeroo ariifachiisaan tattaaffii Itiyoophiyaan bara 2030tti HIV/AIDS dhabamsiisuuf taasisaa jirtuuf…