Oduu biyya keessaa Nageenyaa fi tasgabbii eegsisuu keessatti gahee Poolisii… Tsehay Guluma Dec 14, 2025 0 Finfinnee, Mudde 5, 2018 (FMC) – Nageenyaa fi tasgabbii ummataa mirkaneessuu keessatti tajaajilli Poolisii hawaasaa gahee ol'aanaa taphateera jedhe Komishiniin Poolisiin Oromiyaa.…
Ispoortii Dorgommiin Kiiloomeetira 10 Maqaleetti gaggeeffame Tsehay Guluma Dec 14, 2025 0 Finfinnee, Mudde 5, 2018 (FMC)- Dorgommiin jalqabaa daandiirraa Kiiloomeetira 10 Naannoo Tigraay Magaalaa Maqaleetti gaggeeffameera. Dorgommichaan Naannoon Tigraayi Dhiirootan,…
Ispoortii Taphni Har’a Maanchiister Siitiin Kiristaal Paalas waliin taphatan ni eegama Tsehay Guluma Dec 14, 2025 0 Finfinnee, Mudde 5, 2018 (FMC)- Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 16ffaan taphni har’a Maanchiister Siitiin Kiristaal Paalaas waliin taphataman ni eegama. Har’a waaree booda…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Rippablikni Koongoo damee Loltummaan waloon hojjechuuf waliigalan Tsehay Guluma Dec 12, 2025 0 Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaa fi Rippaablikni Koongoo damee Loltummaan waloon hojjechuu dandeessisu sanadaa waliigaltee mallatteessaniiru. Ministirri Ministeera Raayyaa…
Oduu biyya keessaa Finfinneen yaa’iwwan idil-addunyaa milkaa’inaan keessummeessuun magaalaa filatamtuu taateetti-… Tsehay Guluma Dec 12, 2025 0 Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) _ Finfinneen yaa’iwwan idil-addunyaa milkaa’inaan keessummeessuun magaalaa filatamtuu taateetti jedhan Kantiibaan Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa Xiyyaara Booyingi Diriimlaayin 30ffaa fudhate Tsehay Guluma Dec 12, 2025 0 Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Xiyyaara Booyingi Diriimlaayin 787 - 8 jedhamu fudhateera. Xiyyaarri kun imaltoota 213 imalchiisuu danda'a jedhame.…
Oduu biyya keessaa Milkaa’ina Maree Biyyaalessaaf qaamoleen tumsitootaa fi dhaabbileen deeggarsa isaanii cimsuu qabu-… Tsehay Guluma Dec 12, 2025 0 Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) -Milkaa’ina Maree Biyyaalessaaf qaamoleen tumsitootaa fi Dhaabbileen deeggarsa isaanii cimsanii itti fufu qabu jedhan Komishinarri Olaanaan Komishinii Maree…
Fayyaa Oromiyaatti Duulli Talaallii Ittisa Dhibee Pooliyoo eegale Tsehay Guluma Dec 12, 2025 0 Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti talaalliin Ittisa Dhibee Pooliyoo guyyaa har’aa kennamuu eegale jedhe Biiroon Fayyaa Naannichaa. Duula kanaan daa’imman umurii waggaa…
Oduu biyya keessaa Hawaasnii fi dhaabbileen hundi malaammatummaa ittisuurratti abbummaan qabsaa’uu qabu- Kantiibaa… Tsehay Guluma Dec 12, 2025 0 Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC)- Hawaasnii fi dhaabbileen hundi malaammatummaa ittisuurratti abbummaan qabsaa’uu qabu jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.…
Biiznasii Waltajjiin muuxannoo wal jijjiirraa komishiiniin Waldaalee Hojii Gamtaa Itiyoophiyaa qopheesse… Tsehay Guluma Dec 10, 2025 0 Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC)- Waltajjiin muuxannoo wal jijjiirraa komishiiniin Waldaalee Hojii Gamtaa Itiyoophiyaa qopheesse xumurameera. Waltajjichi waldaaleen hojii gamtaa biyyatti…