Oduu biyya keessaa Barruuleen Daa’immanii ‘ Naa’otaa ‘ jedhamu eebbifame Tsehay Guluma Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Barruulee daa'immanii 'Naa'otaa' jedhamu Dhaabbata Pireesii Itiyoophiyaatiin qophaa'e Magaalaa Adaamaatti eebbifameera. Barruulen kunneen Bakka…
Oduu biyya keessaa Raawwii karooraa hojii Baatiiwwan saglan darbanii gamaaggamuu eegaleerra- Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Raawwii karooraa hojii baatiiwwan saglan darbanii dameelee garaagaraa gamaaggamuu eegaleerra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar…
Biiznasii Shaggaritti agarsiisni Baazaariifi Egzihibiishinii Oomishaalee Qonnaa, beelladaafi bu’aa… Tsehay Guluma Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) –Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti agarsiisni Baazaariifi Egzihibiishinii Oomishaalee Qonnaa, beelladaafi bu'aa beelladaa banameera. Kutaa magaalaa Sulultaa,…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Arsii Barattootaa ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 404 eebbisise Tsehay Guluma Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) –Yuunivarsiitiin Arsii Barattoota Ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 404 eebbisiseera. Yuunivarsitichi baratoota digirii jalqabaa fi lammaffaan ogummaa…
Ispoortii Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 32ffaan har’aa eegaluun taphatamu Tsehay Guluma Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 32ffaan taphni Maanchiister Siitiin - Kiristaal Paalaas, Niwuukaasiil - Maanchiister Yuunaayitiid keessummeessan…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf hanga ammaatti biqiltuuwwan biiliyoona 6 ol qophaa’uun… Tsehay Guluma Apr 11, 2025 0 Finfinnee, Ebla 3, 2017 (FMC) –Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara 2017’f hanga ammaatti biqiltuuwwan gosa garaagaraa biiliyoonni 6 ol qophaa’uu Ministeerri Qonnaa beeksise. Sagantaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Geetaachoo Raddaan Ministira Gorsaa Dhimmoota Baha Afrikaa Ministira Muummee ta’uun muudaman Tsehay Guluma Apr 11, 2025 0 Finfinnee, Ebla 3, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy obbo Geetaachoo Raddaa Ministira Gorsaa Dhimmoota Baha Afrikaa taasisuun muudaniiru.
Oduu biyya keessaa Nageenya Daandii Baaburaa Itiyoo-Jibuutirratti hawaasa naannawichaa waliin mariin gaggeeffame Tsehay Guluma Apr 9, 2025 0 Finfinnee, Ebla 1 , 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen Naannoo Afaar Awaash 7 tti argamuun nageenya daandii Baaburaa Itiyoo-Jibuutirratti…
Oduu biyya keessaa BBO fi Yuunivarsiitiin Finfinnee waliin hojjechuuf waliigalan Tsehay Guluma Apr 9, 2025 0 Finfinnee, Ebla 1 , 2017 (FMC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa fi Yunivarsiitiin Finfinnee Waliigaltee Atooma hojii Waliif mallatteessaniiru. Waliigalticha Hogganaan Biiroo Barnootaa…
Oduu biyya keessaa Hawaasni waajjira gandaarraa tajaajila gahaa akka argatuuf Mootummaan cimsee hojjechaa jira -Obbo… Tsehay Guluma Apr 9, 2025 0 Finfinnee, Ebla 1 , 2017 (FMC) - Hawaasni waajjira gandaarraa tajaajila gahaa akka argatuuf Mootummaan cimsee hojjechaa jira jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee…