Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Sep 7, 2025 0 Finfinnee. Qaammee 2, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Qaammee 2, Guyyaa Gamtaa sababeeffachuun ergaa dabarsaniiru. Dooktar Abiy gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin,…
Oduu biyya keessaa Heddumminni Faayaa fi Humna Itiyoophiyaati- TKM Tsehay Guluma Sep 7, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2017 (FMC)- Heddumminni Faayaa fi Humna Itiyoophiyaati jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa . Tajaajilli Kominikeeshini Mootummaa Qaammee 2 Guyyaa Gamtaa…
Oduu biyya keessaa Qaammee 2 Guyyaa Gamtaa Tsehay Guluma Sep 7, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2017 (FMC) –Qaammeen 2 Guyyaan Gamtaa har'a mata duree 'Heddumminni miidhagina Itiyoophiyaati'jedhuun kabajamee oola. Guyyaa Gamtaa kana hojiin tola ooltummaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Laggasaa Tulluun Ambaasaaddara ta’uun muudaman Tsehay Guluma Sep 2, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2017 (FMC)_ Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluu Ambaasaaddara gochuun muudaniiru.…
Oduu biyya keessaa Bu’uurri Itiyoophiyaa deeggartummaarraa baasuuf dandeessisu kaa’ameera- Dooktar Laggasaa Tulluu Tsehay Guluma Sep 2, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2017 (FMC) – Waggoottan torban darban damee hedduun hojiilee hojjetamaniin bu’uurri Itiyoophiyaa deeggartummaarraa baasuuf dandeessisu kaa’ameera jedhan Ministirri…
Idil Addunyaa Sudaanitti balaa Sigiga lafaan lubbuun namoota kuma 1 ol darbe Tsehay Guluma Sep 2, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2017 (FMC) – Sudaan Kutaa Bulchiinsa Daarfuuritti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota kuma oli darbeera. Balaan kun kan mudate sababa walitti bu’iinsa…
Oduu biyya keessaa Adeemsi hojii waliigalaa misooma koriidarii yeroo dhufuuf Abdii guddaa kenna – Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Aug 30, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2017 (FMC)- Adeemsi hojii waliigalaa misooma Koriidarii yeroo dhufuuf abdii guddaa kan kennuudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Kitaabni Seenaa Daani’eel Dabalaa Boru Eebbifama Tsehay Guluma Aug 30, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2017 (FMC)- Yeroo Barnoonni ammayyaa hinbaratamnetti barnoota ammayyaa Sirna barnootaa qabu jalqabsiisuun nama jalqabaati kan jedhaman Kitaabni seenaa Daani'eel…
Biiznasii Pireezidaanti Taayyeen Expoo torbee daldalaa ‘Kan Itiyoophiyaa Bitaa” jedhuu banan Tsehay Guluma Aug 30, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Expoo torbee daldalaa “ Kan Itiyoophiyaa Bitaa“ jedhuu bananiiru. Torban Daldalaa mata duree “ Kan…
Biiznasii Magaalaa Finfinneetti daldaltoota bittaa seeraan alaa raawwatan irratti hordoffiin cimaan taasifamaa… Tsehay Guluma Aug 30, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2017 (FMC)- Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti konkolaattoota fe’uumsaa meeshaalee garaagaraa fe’anii bahaniifi galan nagahee seera qabeessa qabachuu isaaniirratti…