Sosochiin Itiyoophiyaa Qulqulluu hubannoo hawaasaa guddisaa jira
Finfinnee, Adoolessa 25, 2017 (FMC) - Sosochiin Itiyoophiyaa qulqulluu hubannoo hawaasni eegumsa naannoorratti qabu guddisaa jira jedhe Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Itiyoophiyaa.…