Ispoortii Dorgommiin Biskileetii Magaalaa Yaaballootti gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Dorgommii Biskileetii Tuurii Gadaa marsaa 8ffaan walharkaa Fuudhiinsa Baallii Gadaa Booranaa haaromsan boodaa 72ffaa sababeefachuun magaalaa…
Ispoortii Dorgomtoonni Biskileetii Magaalaa Finfinnee irra ka’an Yaaballootti simataman Tsehay Guluma Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Dorgomtoonni Biskileetii Kaleessa Magaalaa Finfinnee Yaadannoo injifannoo Adwaa irraa ka'aniif Magaalaa Yaaballootti simannaan taasifamaafi jiraachuun…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Warshaa Dhugaatii Keenyaa daawwatan Tsehay Guluma Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Ministirri Muummee Itti Aanaa Tamasgeen Xurunaa fi Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Hojii Bulchiinsaa hawaasaatti dhiyeessuuf Gandoota Cimsuun murtessaadha-Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Hojii Bulchiinsaa hawaasaatti dhiyeessuuf caasaalee Gandoota Cimsuun murtessaa ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Naannoo…
Oduu biyya keessaa Yuuniversiitii Jimmaatti Tola ooltoota kuma 1 oliif leenjiin kennamuu eegale Tsehay Guluma Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Ministeerri Nageenyaa marsaa12ffaa Tola Ooltoota Kuma1oliif Yuuniversitii Jimmaatti leenjii kennuu eegale. Leenjichi mata duree…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa raawwii Hojii baatiiwwan jahan darbanii gamaaggamu eegale Tsehay Guluma Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Paartiin Badhaadhinaa raawwii Hojii baatiiwwan jahan darbanii gamaaggamuu eegaleera. Gamaaggamicharratti Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii…
Oduu biyya keessaa Godaantoonni 287 keeniyaarraa gara biyyaatti deebi’an Tsehay Guluma Mar 5, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC)– Godaantoonni seeraan alaa 287 Keeniyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru. Lammiileen 287 faddaaltoota seeraan alaan gowwoonfamanii gara Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf biqiltuuwwan biiliyoona 5.5 ol qophaa’aa jiru- BQO Tsehay Guluma Mar 5, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) –Oromiyaatti Sagantaa Ashaaraa magariisaa bara 2017’f biqiltuuwwan gosa adda adda biiliyoona 5 fi miiliyoona 500 qopheessuuf hojjetamaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Odeeffannoo bu’uureessuun walhubannoo uumuu fi fayyadamummaa uummataa mirkaneessuuf hojiin hojjetame… Tsehay Guluma Mar 5, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) –Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa waltajjii fooramii waloo miidiyaalee Afaan Oromoo fi Quunnamtii Uummataa waliin gaggeessaa jira. Waltajjiicharratti…
Oduu biyya keessaa Guyyaan yaadannoo Injifannoo Kaarraamaarraa 47ffaan Kabajamaa jira Tsehay Guluma Mar 5, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) –Guyyaan yaadannoo Injifannoo Kaarraamaarraa 47ffaan Magaalaa Finfinneetti Kabajamaa jiraachuun ibsame. Saganticharratti Miseensonni Raayyaa…