Oduu biyya keessaa Adwaan Duula nageenyaaf taasifameedha-Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Mar 1, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC )-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaadannoo Injifannoo Adwaa 129ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan. Duula Adwaa dura…
Ispoortii Dorgommiin Maaraatoonii Riilee Itiyoophiyaa 20ffaan magaalaa Adwaatti gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Mar 1, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Dorgommiin Maaraatoonii Riilee Itiyoophiyaa 20ffaan Naannoo Tigraay magaalaa Adwaatti gaggeeffamaa jira. Dorgommicha Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa Adwaa 2ffaa biyyattiin hiyyummaarratti injifannoo goonfatteedha jedhame Tsehay Guluma Feb 28, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Hidhi Guddichi Haaromsa Itiyoophiyaa Adwaa 2ffaa Itiyoophiyaan hiyyummaarratti Injifannoo goonfatte ta’uu Waajjirri Qindeessaa…
Oduu biyya keessaa Caffee Oromiyaaf beekamtiin kenname Tsehay Guluma Feb 28, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Caffeen Oromiyaa milkaa’ina kabajaa guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota 19ffaaf gumaacha olaanaa taasiseef Mana Maree Federeeshinirraa…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwaluu Abdiin ijaarsa Buufata Konkolaataa Magaalaa Walisoo daawwatan Tsehay Guluma Feb 28, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin buufata konkolaataa Qindaa'aa magaalaa Walisootti ijaaramaa jiru…
Oduu biyya keessaa Torbee feestivaalaa aadaa 16ffaan magaalaa eegalame Tsehay Guluma Feb 28, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen torbee feestivaalaa aadaa 16ffaa guyyoota 3’f turu eegalchiisan. "Aadaawwan keenya dirree…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi xaa’oon yeroon geejjibsiifamee xumuramuu akka qabu hubachiise Tsehay Guluma Feb 28, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii waqtiin Gannaa osoo hin seeniin xaa’oon gara biyya keessaatti geejjibsiifamuun qonnaan bulaaf raabsamuu akka…
Oduu biyya keessaa FMC fi Yuunivarsiitiin Bulee Horaa waloon hojjechuuf waliigalan Tsehay Guluma Feb 28, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Faanaa Miidiyaa Koorporeeshinii fi Yuunivarsiitiin Bulee Horaa waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru. Waliigalticha Hojii Raawwachiisaan…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti bara kana Barattoonni kumni 200 ol Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ni fudhatu –BBO Tsehay Guluma Feb 28, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC )- Naannoo Oromiyaatti bara Barnootaa 2017 barattoonni kumni 200 fi kumni 12 fi 600 ol Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa kan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan hojiirra oolmaa waliigaltee Kooriidarii Jibuutii- Itiyoophiyaa-Sudaan… Tsehay Guluma Feb 28, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan hojiirra oolmaa waliigaltee Kooriidarii Jibuutii- Itiyoophiyaa-Sudaan Kibbaa-Yuugaandaaf kutannoo qabaachuu ibsiteetti. Waliigalteen…