Oduu biyya keessaa Hosaa’inaatti Konfiraansiin Uummataa taa’amaa jira Tsehay Guluma Feb 24, 2025 0 Finfinee, Guraandhala 17, 2017 (FMC )- Magaalaa Hosaa’inaatti Konfiraansiin Uummataa taa’amaa jira. Waltajjicharratti Miseensi koree Hoji Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa fi Ministira…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraah Ankaaraa galan Tsehay Guluma Feb 22, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 15, 2017 (FMC) –Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii…
Oduu biyya keessaa Raadiyoon quunnamtii garee shororkeessaa Shaneef dabarfamuuf turan to’ataman Tsehay Guluma Feb 22, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 15, 2017(FMC) –Raadiyoon garee shororkeessaa shanee shawaa kaabaa keessa socho'uuf dabarfamuuf ture to’atamuu Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenyaa Biyyaalessaa…
Teeknooloojii Daandiin Baaburaa Itiyoo –Jibuutii Tajaajila Geejjibaa Tajaajila onlaayiniin bakka qabachuu kennuu… Tsehay Guluma Feb 22, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 15, 2017 (FMC) – Daandiin Baaburaa Itiyoo –Jibuutii Tajaajila Geejjibaa uummataa Tajaajila onlaayiniin bakka qabachuu kennuu eegalu beeksise. Hoji Raawwachiisaan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Ingiliz Hariiroo gamlamee qaban cimsuuf waliigalan Tsehay Guluma Feb 22, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 15, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Waltajjii marii Ministiroota Biyyoota Garee 20 Afrikaa Kibbaa Johaanisbargitti…
Fayyaa Ministireechi Konkolaattota 62 Naannooleef dabarse Tsehay Guluma Feb 21, 2025 0 Finfnnee, Guraandhala 14, 2017(FMC) – Ministeerri Fayyaa Konkolaattota Qorichaalee geejjibsisuuf oolan 62 naannooleef dabarseera. Konkolaattonni kunneen deeggarsa maallaqa Giloobaal…
Oduu biyya keessaa Gaaffiilee hawaasaa deebisuuf Caalmaatti ni hojjetama –WMM Tsehay Guluma Feb 21, 2025 0 Finfnnee, Guraandhala 14, 2017(FMC) - Gaaffiilee hawaasaa deebisuuf caalmaatti kan hojjetamu ta’uu Waajjirri Ministira Muummee ibse. Komii fi gaaffii ummataaf deebii kennuuf hojiilee…
Fayyaa Oromiyaatti Duulli Talaallii Pooliyoo eegale Tsehay Guluma Feb 21, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti duulli talaallii Pooliyoo daa’imman Umrii waggaa shanii gadiif Sadarkaa Naannoo Oromiyaa Magaalaa Moojootti kennamuu eegaleera.…
Teeknooloojii Barattoota kuma 100 fi kuma 50’f qormaata oonlaayiniin kennuuf qophiin taasifamaa jira Tsehay Guluma Feb 20, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)- Barattoota kuma 100 fi kuma 50’f oonlaayiniin qormaata akka fudhataniif qophiin taasifamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Gurmaa’insi Caasaa Gandaa Haaraan rakkoo Kenna Tajaajilaa duraan ture nuuf fureera –… Tsehay Guluma Feb 20, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)- Gurmaa'insa Haaraa Caasaa Gandaarraa Tajaajila si'ataa fi qulqullina qabu argachaa jiraachuu Jiraattonni Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Wancii…