Oduu biyya keessaa Ashaaraa magariisa Walabummaa biyyaa mirkaneessu Yonatan Birhanu Jun 28, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Sagantaan Ashaaraa Magariisaa wabii fi walabummaa nyaataa mirkaneessuun walabummaa biyyaa mirkaneessa jedhe Ministeerri Qonnaa.…
Oduu biyya keessaa Milkaa’inni keessan har’aa kan madaalamu gumaacha Itoophiyaa fi ummata isheef… Yonatan Birhanu Jun 28, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsqa Sillaaseen milkaa’inni eebbifamtoota ogummaa addaa daddan eebbifamanii kan madaalamu gumaacha Ityoophiyaa fi…
Oduu biyya keessaa Manni Murtii Adaa nageenyii fi sirni rakkoo waliin furuu akka dagaagu gargaareera Yonatan Birhanu Jun 27, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017(FMC) - Manni Murtii Aadaa hawaasni rakkoo isaa waliin akka furu gargaaruun sirna rakkoo furuu dagaagsaa jira jedhe Manni Murtii Olaanaa Godina Harargee Bahaa.…
Oduu biyya keessaa Hojiin galmeessa ragaalee siivilii dijiitaalawaa akka ta’uuf hojjetamaa jira – EGS Yonatan Birhanu Jun 27, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017(FMC) - Hojiin galmeessa ragaalee siivilii dijiitaalawaa akka ta’uuf hojjetamaa jira jedhe Ejensiin Galmeessa Siivilii Oromiyaa. Daayrektarri Olaanaan…
Oduu biyya keessaa Milkaa’inni misooma qamadii Itoophiyaa Afrikaaf fakkeenya ta’a – Olusegun Obaasaanjoo Yonatan Birhanu Jun 27, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017 (FMC) – Milkaa’inni Ityoophiyaan misooma qamadiitiin galmeessisaa jirtu biyyoota Afrikaa hafaniif fakkeenya ta’a jedhan Pireezidaantiin duraanii…
Oduu biyya keessaa Manneen Fincaanii Uummataa 107 Magaalaa Guddittii Keessatti Ijaaraman Tajaajila Jalqaban Yonatan Birhanu Jun 27, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti misooma koridarii hordofuun manneen fincaanii ummataa 107 ijaaraman tajaajila kennuu eegalaniiru. Biiroo Miidhagina Magaalaa…
Ispoortii Taphi Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan olaantummaa Naannoo Oromiyaan xumurame Yonatan Birhanu Jun 26, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC )- Taphi Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan Magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa ture olaantummaa Naannoo Oromiyaan xumurameera. Ispoortiin walooma ummatootaa…
Oduu biyya keessaa Abbootii qabeenyaa damee Ijaarsaarratti hirmaataniif deeggarsi ni taasifama Yonatan Birhanu Jun 26, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC )- Abbootii qabeenyaa biyya alaa damee ijaarsaarratti hirmaataniif deeggarsi barbaachisu ni taasifamaa jedhan Ministirri Ministeera Magaalaa fi…
Oduu biyya keessaa Ogeeyyii miidiyaa waliin mariin seenessa waloo uumuuf gumaacha guddaa qaba – Hayyoota Yonatan Birhanu Jun 26, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC) - Ogeeyyiin miidiyaa mootummaa waliin walitti dhiyeenyaan mari’achuun seenessa waloo uumuuf gumaacha olaanaa qaba jedhan hayyoonni miidiyaa fi…
Oduu biyya keessaa Haadha ogummaa agartuu dhabuun hindaangessine… Yonatan Birhanu Jun 25, 2025 0 Finfinnee, Waxabajii 18, 2017 (FMC) – Balaa tasaa umurii waggaa 8tti ishee mudateen agartuu ishee dhabde. Miidhaa yeroo sana irra ga’e har’a yaadattee bal’inaan ibsuu baattus, humna…