Oduu biyya keessaa Haadha ogummaa agartuu dhabuun hindaangessine… Yonatan Birhanu Jun 25, 2025 0 Finfinnee, Waxabajii 18, 2017 (FMC) – Balaa tasaa umurii waggaa 8tti ishee mudateen agartuu ishee dhabde. Miidhaa yeroo sana irra ga’e har’a yaadattee bal’inaan ibsuu baattus, humna…
Oduu biyya keessaa Miidiyaalee dhugaa bu’uureffachuun hanqina jiru mul’isuuf hojjetan deggeruuf qophii dha Yonatan Birhanu Jun 25, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17 2017(FMC) - Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad mootummaan miidiyaalee dhugaa bu’uureffachuun hanqina jiru mul’isuuf hojjetan deggeruuf yeroo kamuu…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen guddina biyyaa mirkaneessuu fi mul’ata biyyaa dhugoomsuuf haqaan hojjechuu qabu –… Yonatan Birhanu Jun 25, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Miidiyaaleen faayidaa biyyaalessaa giddugaleessa godhachuun galma guddinaa Itiyoophiyaan qabatte dhugoomsuuf ga’ee isaanii ba’uu qabu jedhan Ministirri…
Oduu biyya keessaa Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaaseen Afrikaatti gorsaa Olaanaa Pirezidaanti Tiraampi wajjin… Yonatan Birhanu Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) - Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsqasillaaseen Afrikaatti gorsaa Olaanaa Pirezidaanti Tiraampi Maasaad Boloos waliin mari’ataniiru. Maree kana yaa’ii…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Ferderaalaa Itiyoophiyaa hoggansa hojiitii filatamaatiin badhafame Yonatan Birhanu Jun 24, 2025 0 Poolisiin FerderaalFinfinnee, oWaxabajjii 17, 2017 (FMC) - Poolisiin Ferderaalaa Itiyoophiyaa guyyaa Siivil Sarvisii Afirikaa irratti badhaasa dhaabbata hoggansa hojii filatamaatiin…
Idil Addunyaa Doonaaldi Tiraampi Isiraa’el tarkaanfii akka hinfudhanneef akeekkachiisan Yonatan Birhanu Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17,2017 (FMC) – Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi Isiraa’el lamuu Iraan irratti tarkaanfii akka hinfudhanneef akeekkachiisan. Tiraampi kana kan…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoo barattoota ogummaa adda addaan barasiisaa ture eebbisiise Yonatan Birhanu Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoo barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 710 har’a eebbisiise. Barattoonni eebbifaman…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Wallaggaa barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 70 eebbisiise Yonatan Birhanu Jun 24, 2025 0 Finfinnee, waxabajjii 17, 2017(FMC) - Yuunivarsiitiin Wallaggaa barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 70 har’a eebbisiise. Barattoonni eebbifaman kunneen sagantaa…
Oduu biyya keessaa Sirni araaraa aadaa uwwisa haqaa guddisaa jira – Haannaa Ar’aayasillaasee Yonatan Birhanu Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajii 17, 2017(FMC) – Sirni araaraa aadaa uwwisa haqaa guddisaa jira jedhan Ministirri Haqaa Haannaa Ar’aayasillaaseen. Mala rakkoo hiikuu aadaa sirna haqaa Itiyoophoyaa…
Oduu biyya keessaa Damee tuurizimii keessatti sirni odeeffannoo tekinooloojiin deggerame babal’achuu qaba –… Yonatan Birhanu Jun 23, 2025 0 Finfinnee, Waxabajii 16, 2017 (FMC) – Bu’aa dinagdee damee tuurizimii irraa argamu guddisuuf sirna odeeffamnoo tekinooloojiin deggerame babal’isuun barbaachisaa dha jedhan Ministirri…