Haala nageenya naannawichaa gamaaggamuun tarkaanfii qabatamaa fudhatachuuf waliigalame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2017 (FMC) - Haala nagaa fi tasgabbii naannawichaa qorachuun tarkaanfii qabatamaa fudhachuuf waliigalamuu Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenyaa Biyyaalessaa beeksise.…