Oduu biyya keessaa Mariin Fooramii Xaanaa 10ffaan eegale Ayana Dheressa Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Mariin yaa’iin duraa Fooramii Xaanaa 10ffaan guyyaa har’aa gaggeeffamuu eegaleera. Yaa’ichi dhimmoota nageenyaarratti kan xiyyeeffatu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan uwwisa Humnaa ishee guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetaa jirti – Obbo Ashabbir Baalchaa Sifen Megersa Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan dhiyeessii humnaa guddisuun walitti hidhamiinsa naannawaa Baha Afrikaa dhugoomsuuf hojjechaa jiraachuu Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Humna…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti tajaajilli waraqaa eenyummaa haaromsuu dhorkamee ture xumura baatii kanaa ni eegala… Ayana Dheressa Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti tajaajilli waraqaa eenyummaa haaromsuu dhorkamee ture xumura baatii Onkoloolessaa kan eegalu ta’uu Sadarkaa Itti aanaa…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Hojii fi Ogummaa carraa hojiirratti waliin hojjechuuf Naannoo Oromiyaa waliin mari’ate Debela Tadesse Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Ministeerri Hojii fi Ogummaa, Mootummaa Naannoo Oromiyaa waliin carraa hojii uumuu, kalaqa gabbisuu fi nageenya Indaastrii eegsisuurratti waliin…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen tumsitoota misoomaa deeggarsa taasisuu akka itti fufan gaafatame Debela Tadesse Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Dhaabbileen tumsitootaa boqonnaa haaraa hojiilee riifoormii fi rakkoolee hawaasummaa, diinagdee fi siyaasaa Ityoophiyaa dhaabuuf hojiilee hojjetamaa…
Oduu biyya keessaa Gumii Balal marsaa 25ffaan dhimma Tuuriziimii irratti taa’amaa jira Debela Tadesse Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Waltajjiin Gumii Balal marsaa 25ffaan mata duree "Daldala Tuuriziimii Beekumsaan Hogganamu" jedhuun Waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Sabaaf sablammoota Ityoophiyaa kabajamuun tokkummaa sabootaa cimsuuf qooda olaanaa qaba –… Sifen Megersa Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Guyyaan Sabaaf sablammoota Ityoophiyaa marsaa 17ffaan mata duree ‘’Tokkummaa Sabdaneessummaa Nageenya Waaraaf’’ jedhuun Magaalaa Hawaasaatti kan…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Sifen Megersa Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) - Manni Maree Magaalaa Finfinnee Yaa'ii idilee 1ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessuu eegaleera. Manni marichaa qaboo yaa’ii Yaa’ii idilee 3ffaa bara…
Oduu biyya keessaa Oomishini nyaata beelladaa gibira irraa bilisa taasifamuufi Ayana Dheressa Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Oomisha nyaata beelladaa gibira irraa bilisa taasisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministeerichatti hojii raawwachiisaan…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni Afrikaa damee Diijitaalaa fi Teeknooloojii Ityoophiyaarratti akka hirmaatan wamicha… Sifen Megersa Oct 13, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2015 (FBC) - Dargaggoonni Afrikaa damee Diijitaalaa fi Teeknooloojii Ityoophiyaarratti akka hirmaataan wamicha dhiyaateera. Yaa'iin dargaggoota Afrikaa…