Idil Addunyaa Kooriyaan Kaabaa misaa’ela baalaastikii dhukaaste Debela Tadesse Sep 25, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Kooriyaan Kaabaa guyyaa har’aa misaa’elaa baalastikii fageenya gabaabaa gara galaanaatti dhukaasuun gabaafame. Piyoongyaang, Ameerikaa fi Kooriyaan…
Oduu biyya keessaa Guyyaan tuurizimii Asoosaatti kabajamaa ture xumurame Debela Tadesse Sep 25, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Mata duree “Yaadama Haaraa Tuuriizimiif” jedhuun sadarkaa biyyaalessaatti Naannoo Beenishaangul Gumuz Magaalaa Asoosaatti kan kabajama ture guyyaan…
Oduu biyya keessaa “Gaazee Masqaalaa” fi “Oyidaa Yoo’oo” Saawulaatti kabajamaa jira Debela Tadesse Sep 25, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Ayyaanni “Gaazee Maasqaalaa” fi “Oyidaa Yoo’oo” sablammii Gofaa Magaalaa Sawulaatti sirnoota garaagaraan kabajamaa jira. Ministir Deetaan Ministeera…
Oduu biyya keessaa Qabeenyaa tuuriizimii keenya misoomsuun imala badhaadhinaa ni dhugoomsina-TKM Debela Tadesse Sep 25, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Qabeenyaa tuuriizimii keenya misoomsuun imala badhaadhinaa keenya ni dhugoomsina jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse. Tajaajilichi,…
Ispoortii Atileet Tigisti Asaffaa Maaraatoonii Barliin rikardii cabsite Debela Tadesse Sep 25, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Fiigicha Maaraatoonii 48ffaa har’a Barliinitti gaggeeffame Atileet Tigisti Asaffaa rikardii bakkichaa fooyyessuun injifatteetti. Atileet Tigisti…
Ispoortii Kipichoogee Maaraatoonii Barliin rikardii cabsuun injifate Debela Tadesse Sep 25, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Atileetiin Keeniyaa Iluud Kipichoogee fiigicha maaraatoonii Barliin rikardii ofii isaa cabsuun injifate. Ragaan Atileetiksii Addunyaa akka…
Oduu biyya keessaa Kantiibaa Adaanech maatii goototaa wareegama kaffalaa jiraniif maaddii qoodan Debela Tadesse Sep 25, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee maatii isaanii waliin maatii goototaa adda waraanaatti wareegama kaffalaa jiraniif maaddii…
Oduu biyya keessaa Hidhi Abbayyaa pirojektii sochii tuuriizimii sadarkaa olaanaan dammaqsuudha-Obbo Ashaadilii Hasan Debela Tadesse Sep 25, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Hidhii Gudiichaa Haaromsa Ityoophiyaa anniisaa maddisiisuu cinaatti pirojketii sochii tuuriizimii sadarkaa olaanaan dammaqsu ta’uu Pireezidaantiin Naannoo…
Oduu biyya keessaa Jijjiiramni waggaa Saba Gaamoo “Yoo Masqalaa” kabajamaa jira Debela Tadesse Sep 25, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Jijjiirraa waggaa Saba Gaamoo “Yoo Masqalaa” Magaalaa Arbaamincitti kabajamaa jira. Sirna kabaja ayyaanichaarratti Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii…
Fayyaa Dirre Dawaatti Giddugalli Wal’aansa Balaa Tasaa Birrii miiliyoona 15 oliin ijaarame eebbifame Debela Tadesse Sep 25, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Magaalaa Dirre Dawaatti Giddugalli Wal'aansa Balaa Tasaa Birrii miiliyoona 15 oliin ijaarame eebbifamuun tajaajila kennuu eegale. Giddugalichi bakka…