Magaalaa Finfinnee fi Shaashamanneetti haala kabaja Ayyaana Cuuphaa ilaalchisee qooda fudhattoota…
Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi Shaashamanneetti haala kabaja Ayyaana Cuuphaa ilaalchisee Abbootii Amantaa fi qaamolee nageenyaa waliin mari’atameera.…