Oduu biyya keessaa Bara haaraa sababeeffachuun madfiin si’a 21 dhukaafama Debela Tadesse Sep 10, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Guyyaa boruu ayyaana jijjirama bara haaraa sababeeffachuun yeroo 21 madfiin akka dhukaafamu eerame. Haaluma kanaan sa’aatii 12:00 irratti madfiin kan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonni bara haaraatti nageenya, araaraa fi dhiifama dursuun akka hojjetan Abbootiin… Debela Tadesse Sep 10, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Ityoophiyaanonni bara haaraatti nageenya, araaraa fi dhiifamaaf dursa kennuun akka hojjetan Abbootiin Amantaa Waamicha dhiyeessaniiru. Dhaabbileen…
Oduu biyya keessaa Barri haaraan aadaa hojii keenyarratti jijjiirama bu’uuraa fiduuf kan waadaa ofii gallu ta’uu qaba. Debela Tadesse Sep 10, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Barri haaraan 2015 aadaa hojii keenyarratti jijjiirama bu’uuraa fiduuf kan waadaa ofii gallu ta’uu qaba jedhan Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Guyyaa tokkummaa Raayyaa Ittisa Biyyaan kabajamaa jira Debela Tadesse Sep 10, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – sadarkaa biyyaalessaatti kan kabajamaa jiru “Guyyaan tokkummaa” Raayyaa Ittisa Biyyattiin kabajamaa jira. Bakkaa Ittaanaa Muummee Ministiraa fi…
Oduu biyya keessaa Meedirook mandaara ammayya’aa Birri biiliyoona 50’n ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame Debela Tadesse Sep 10, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Meedirook Invastimanti Giruuppiin Birrii biiliyoona 50’n lafa karee meetiraa kuma 250’rratti mandara ammayyaa’aa haaraa ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame.…
Oduu biyya keessaa Amantaa da’eeffachuun shakkamtooni shororkeessummaf qophaa’aa turan to’ataman Debela Tadesse Sep 10, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Amataa da’eeffachuun namoonni gochaa shororkeessummaaf qophaa’a turan to’anno jala oolfamuu Humnii Waloo Nageenyaa fi Tikaa beeksise. Shakkamtoonnis…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarq boqachuu Giiftii Eelzaabeet 2ffaaf gadda itti dhaga’ame ibsan Sifen Megersa Sep 9, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen boqachuu Mootiittii Ingiliz Giiftii Eelzaabeet 2ffaaf gadda itti dhaga'ame ibsaniiru. Pireezidaanti Saahilawarq…
Oduu biyya keessaa Bara 2015tti oomisha Bunaarraa galii Doolaara biiliyoona 2 argamsiisuuf karoorfamuu ibsame Ayana Dheressa Sep 9, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC)- Bara 2015tti daldala alaa bunaarraa galii Doolaara biiliyoona 2 argamsiisuuf karoorfamuu ibsame. Bara baajataa darbetti daldala alaarraa galii Doolaarri…
Teeknooloojii Sirni tajaajila elektirooniksii mootummaa Teelee-Birriin kaffalchiisuu danndeessisu eegalame Ayana Dheressa Sep 9, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC)- Sirni tajaajila elektirooniksii mootummaa gama Teelee-Birriin kaffalchiisuu danndeessisu eegalamuu ibsameera. Ministeerri Innooveeshiniifi…
Oduu biyya keessaa Naannoon Hararii sirreeffamtoota seeraa 59’f dhiifama taasise Ayana Dheressa Sep 9, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC)- Naannoon hararii waggaa haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa 59’f dhiifama taasisuu ibsame. Naannichi dhiifama kan taasise sirreeffamttoota…