Oduu biyya keessaa ABUT mana tokko keessatti namoota 10 ajjeese Debela Tadesse Sep 5, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT mana tokko keessatti namoota nagaa 10 gara jabinaan ajjeesuu ibsame. Garechi Godinaa Waagimiraa Aanaa Saqoxaa bakkaa addaa…
Oduu biyya keessaa Koomishinichi Godina Haadiyyaaf meeshaalee Birrii miiliyoona 25 olii deeggarsa taasise Debela Tadesse Sep 5, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) – Koomishiniin Gumurukaa kutaalee hawaasaa Godina Haayidiyyaa balaa namtolchee fi umamaan miidhaman dandamachiisuuf kan oolu meeshaalee Birrii miiliyoona…
Idil Addunyaa Liiz Tiruuss Muummee Ministiraa Biriiteen yeroo itti aanuu ta’uun filataman Sifen Megersa Sep 5, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) –Liiz Tiruus Muummee Ministeera Biriiteen yeroo itti aanuu ta’uun filatamaniiru. Liiz Tiruus morkataa ishee Riishii Suunaak injifachuun…
Oduu biyya keessaa Sudaanitti Feestivaalli “Guyyaa Michooma Uummata Afrikaa” gaggeeffame Ayana Dheressa Sep 5, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2014(FBC)- Feestivaalli “Guyyaa Michooma Uummata Afrikaa" Sudaan, Mana Maree Michooma Idil Addunyaa Sudaanitti gaggeeffameera. Feestivaalicharratti imbaasiifi…
Idil Addunyaa Manni Murtii Keeniyaa himannaa Raayilaa Oodiingaa kufaa taasiise Sifen Megersa Sep 5, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) – Manni Murtii Olaanaa Keeniyaa himannaa Raayilaa Oodiingaan bu'aa filannoon walqabatee dhiyeessan kufa taasiiseera. Manni Murtichaa himata…
Biiznasii Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 80 olitti shallagaman to’ataman Ayana Dheressa Sep 5, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2014(FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 80 olitti shallagaman to’atamuu Komishiniin Gumuruukaa beeksise. Komishinichi hordoffii baatii Hagayya…
Oduu biyya keessaa ABUT waraana banuun gateettii Ummata Tigraayiin umrii aangoo dheereffachuufi-Booji’amtoota Debela Tadesse Sep 5, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT filmaata nageenyaa dhiyaatee waraana banuun gateettii Ummata Tigiraayiin umrii aangoo isaa dheereffachuuf ta’uu addaa waranaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin fayyadamummaa laga Naayil gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Sep 5, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2014(FBC)- Yaa’iin fayyadamummaa haqa qabeessaa biyyoota yaa’a laga Naayil magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Yaa’icharratti Ittaanaa Muummee Ministiraafi…
Idil Addunyaa Jarman dhiibbaa baasii Aanniisaa hir’isuuf Yuuroo biiliyoona 65 ramadde Sifen Megersa Sep 5, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) – Jarman dhiibbaa baasii Aanniisaa dandamachuuf Yuuroo biiliyoona 65 ramaduu beeksiifte. Wayita biyyoonni Awurooppaa sababa waraanaa Raashiyaa fi…
Oduu biyya keessaa Waraana garee shororkeessaa ABUT bane irree gamtoomeen qolachuun barbaachisaadha- Dooktar Injinar… Ayana Dheressa Sep 5, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2014(FBC)- Waraana garee shororkeessaa ABUT birmadummaa biyyaarratti bane irree gamtoomeen qolachuun barbaachisaa ta’uu Ittaanaan Pireezidaantii Naannoo Kibba Lixa…