Oduu biyya keessaa ABUT duguggaan lammiilee nagaa Ciinaarratti raawwate yaadatame Debela Tadesse Sep 4, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT duguuggaan lammiilee nagaa Ciinaarratti raawwate waggaa 1ffaan Ciinaatti gaggeffameera. Sirna yaadannoo kanarratti…
Oduu biyya keessaa Oomishaaleen ayyaanaaf barbaachisan magaalattii seenaa jiru jedhame Debela Tadesse Sep 4, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Ayyaana dhufaa jiru sababaeeffachuun galteewwan yeroo ayyaanaa barbaachisan oomishaaleen hedduun gara Magaalaa Finfinnee seenaa jiraachuu Bulchiinsi…
Biiznasii Dameen baankii abbootii qabeenyaa alaaf banamuun jijjiirama olaanaa fida jedhame Debela Tadesse Sep 4, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Dameen baankii Abbootii qabeenyaa alaaf banaa ta’uun jijjiirama olaanaa dame baankiirratti akka fidu ibsame. Manni Maree Ministirootaa wixinee…
Oduu biyya keessaa Kooleejonni garaagaraa barattoota barsiisaa turan eebbisan Debela Tadesse Sep 4, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Kooleejiin ‘East Africa’ Damee Adaamaa baratoota gosa garagaraatiin barattoota sadarkaa digirii jalqabaa fi 2ffaan barsiisaa ture 684 guyyaa har’aa…
Oduu biyya keessaa Waajjirichi namoota qaroo dhabeeyyii kuma 2’f Mana Tsira gumaache Sifen Megersa Sep 4, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Waajjirri Giiftii Duree namoota qaroo dhabeeyyii kuma 2'f Mana Tsira gumaacheera. Mana Tsirri/Marawwaan/ kun barreeffamoota garaagaraa dubbisuuf,…
Oduu biyya keessaa Godinichi bara 2015tti barattoota kuma 700 ol simatee barsiisuuf hojjechaa jiraachuu ibsame Ayana Dheressa Sep 3, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 28,2014(FBC)- Waajjirri barnoota Godina Arsii Lixaa bara barnootaa 2015tti barattoota kuma dhibba 7 fi kuma 51 simatee barsiisuuf hojjachaa jiraachuu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa qaala’iinsa gatii tasgabbeessuuf tarkaanfii garaagaraa fudhachaan jira jedhe Ayana Dheressa Sep 3, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2014(FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee qaala’iinsa gatii tasgabbeessuuf tarkaanfiiwwan garaagaraa fudhachaa jiraachuu ibseera. Bulchiinsi magaalichaa ayyaanaan…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa barattoota kuma 3 fi 560 ol eebbisiise Ayana Dheressa Sep 3, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2014(FBC)- Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa barattoota gulaantaa garagaraan barsiisaa ture kuma 3 fi 560 ol guyyaa har’aa eebbisiiseera. Yuunivarsiitichi…
Oduu biyya keessaa Ejjennoo mootummaan Ityoophiyaa nageenyarratti qabu kan deeggaramudha- Israa’el Ayana Dheressa Sep 3, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2014(FBC)- Ejjennoo cimaa mootummaan Ityoophiyaa nagenyarratti qabu kan deeggaramu ta’uu Raayyaa Ittisaa Biyyaa Israa’elitti hogganaan dhimmoota Afrikaa Koloneel…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministeerotaa murtoo dabarse Ayana Dheressa Sep 3, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2014(FBC)- Manni Maree Ministeerotaa walga’ii idilee 13ffaa har’a gaggeesseen wixinee imaammataa damee baankii invastaroota alaaf banaa taasisuuf dhiyaaterratti…