Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Oosmaan Diiyoon waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Afrikaa Bahaa fi Kibbaatti Daayrektara Baankii Addunyaa Oosmaan Diiyoon waliin…
Oduu biyya keessaa Piroojektiin Bishaan Dhugaatii Lammiilee kuma 11 fi 700 fayyadamoo taasiisu xumurame Sifen Megersa Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Koreen Qaxxaamura Diimaa Idil Addunyaa Harargee Bahaa fi naannawaa daangaa naannoo Somaaleetti Piroojektii Bishaan Dhugaatii Lammiilee kuma 11…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Dirree Dawaa fi Embaasiin Ameerikaa hojjiilee waloon hojjetanirratti mari’atan Debela Tadesse Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Kantibaan Bulchiinsa Magaala Dirree Dawaa Obbo Kadiir Juhaarii fi Ityoophiyaatti Dhimma Raawwachiistuun Embaasiin Ameerikaa Ambaasaaddar Tireesii An…
Oduu biyya keessaa ABUT deeggarsa namoomaa maqaa ummata Tigraayiin dhufe waraanaaf oolchuu itti fufe –TKM Debela Tadesse Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – ABUT deeggarsa namoomaa maqaa ummata Tigraayiin dhufe waraanaaf oolchuu itti fufuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise. Addi Bilisa Baasaa…
Fayyaa Hojiin ittisaa fi wal’aansa tiibii daa’immanii fi dargaggoota guddattootaa fooyya’eera-Dooktar Liyaa Debela Tadesse Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti bara 2015 erga ‘roodmaappiin’ dhibee tiibii daa’immanii fi dargaggoota guddattootaa hojiirra oolee as, hojiin ittisaa fi wal’aansa tiibii…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan hawaasa dippilomaasiif haala yeroorratti ibsa kennan Debela Tadesse Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Ittaanaa Muummee Ministiraa Fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaan hawaasaa dippilomaasii teessoon isaanii Finfinneef haala yeroorratti ibsa…
Fayyaa Dhaabbilee nyaataa fi Qoricha fayyaa namaa miidhaan Oomishan irratti tarkaanfiin fudhatame Sifen Megersa Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Dhaabbilee Nyaataa fi Qoricha fayyaa namaa miidhaan Oomishanii fi Raabsan 500 irratti tarkaanfiin fudhatamuu himame. Abbaan Taayitaa To’annoo…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti dubartoonni %60 fayyadamtoota pirojektii shaakala hojiirraa ta’u-Obbo Jaanxiraar Debela Tadesse Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti dubartoonni dargaggootaa %60 fayyadamtoota pirojektii shaakala hojiirraa akka ta’an Itti Aanaa Kantiibaa fi Hogganaan Biiroo Misooma…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Adam Faaraahiin durfamu naannoo Beenishaanguul Gumuzitti hojiilee misoomaa daawwate Sifen Megersa Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Jilli Hoggansa olaanoo Itti aanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahiin durfamu naannoo Beenishaanguul Gumuzitti hojiilee…
Oduu biyya keessaa Gufuu badhaadhinaa buqqisaa injifannoo Oromoo tiksuun injifannoon itti fufna-Obbo Awwaluu Abdii Debela Tadesse Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Gufuu badhaadhinaa buqqisaa injifannoo Oromoo tiksuun imala eegalame injifannoon itti fufna jedhan Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa…