Idil Addunyaa Jarman karoora qusannaa anniisaa raggaasiste Debela Tadesse Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Jarman karoora qusannaa anniisaa raggaasisuun ishee gabaafame. Karoorri qusannaa annisaa kun hammi anniisaa ho’aa dhaabbileen ummataa fi biiroleen…
Idil Addunyaa Ameerikaan waggaa 25 booda Sudaanitti Ambaasaaddara ergite Sifen Megersa Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Ameerikaan waggaa 25 booda Ambaasaaddara ishee jalqabaa Sudaanitti erguu ibsameera. Sudaan erga tarree biyyoota shororkeessummaa deeggaranii…
Oduu biyya keessaa Gaambeellatti balaa Lolaa muudateen lammiileen kumni 74 ol buqqa’an Sifen Megersa Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Naannoo Gaambeellatti balaa Lolaa muudateen lammiileen kumni 74 ol qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’uu Tajaajilli Hoggansa Sodaa Balaa…
Oduu biyya keessaa Jibuutiirraa Finfinneetti konkolaattota baaburaan geejibsiisuun eegalame Debela Tadesse Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Waldaan Aksiyoona Geejiba Baaburaa Ityoo-Jibuutii konkolaattota Jibuutiirraa gara Finfinneetti tajaajila geejibsiisuu eegalchiise. Tajaajilli eegalame…
Oduu biyya keessaa ABUT saamichi raawwate akka yaaddesseen Ameerikaan ibsite Debela Tadesse Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) –Gareen ABUT Maqaleetti kan argamu mankuusaa Sagantaa Nyaataa Addunyaarratti raawwate akka yaaddesseen ibsite. Waajjirri Dhimma Alaa Ameerikaa ibsa…
Oduu biyya keessaa BHGO Horsiisee bultoota Godina Harargee Bahaaf deeggarsa midhaan nyaataa taasiise Debela Tadesse Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Godina Harargee Bahaatti, horsiisee bultoota Aanaa Mayyuu Mulluqqee hongeen miidhamaniif, midhaan nyaataa kuntaala 800…
Oduu biyya keessaa Saamichi hidhattoonni garee ABUT raawwatan qaanessaadha- Deeviid Baaslee Sifen Megersa Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) –Saamichi hidhattoonni garee ABUT raawwatan qaanessaa ta'uu Daayreektarri Olaanaan Sagantaa Nyaataa Addunyaa Deeviid Baaslee ibsaniiru. Hidhattoonni…
Oduu biyya keessaa ABUT Kuusaa DhMG Maqaleetti argamu saamuu ibsame Sifen Megersa Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) –Hidhattoonni garee ABUT Kuusaa Maqaleetti argamu saamuu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksiise. Dubbii Himaan Barreessaa Olaanaa Dhaabbata…
Oduu biyya keessaa Dhimmi Tigraay furmaata argachuu kan danda’u marii qofaani- Dooktar Abrahaam Balaay Ayana Dheressa Aug 24, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Dhimmi Tigraay furmaata waaraa argachuu kan danda’u marii karaa nagaa qofaan ta’uu Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Abrahaam Balaay…
Oduu biyya keessaa Jilli Ajajaa Olaanaa Humna Waraana Lafarraa Ugaandaan durfamu hidha haaromsaa daawwate Ayana Dheressa Aug 24, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Jilli Ajajaa Olaanaa Humna Waraana Lafarraa Ugaandaafi Gorsaa Olaanaa Duula Addaa Pireezidaant Yuweerii Muuseveenii Letenaal Jeneraal Muuhoozii…