Oduu biyya keessaa Abbootii murteerratti tarkaanfiin naamusaa fudhatame Debela Tadesse Aug 20, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Yaa’iin Bulchiinsa Abbootii Murtee Federaalaa abbootii murtee naamusa cabsan lama irratti tarkaanfiin naamusaa fudhatamuu ibse. Yaa’iin Bulchiinsaa…
Ispoortii Naannoon Oromiyaa fi Baankiin Daldalaa Shaampiyoonaa Umrii 17 gadii ta’an Debela Tadesse Aug 20, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Naannoon Oromiyaa fi Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa shaampiyoonaa umrii 17 gadii naannoolee fi kilabootaa ta’aniiru. Taphaa xumuraa naannolee gidduutti…
Oduu biyya keessaa Warshaan oomisha konkolataa Birrii miiliyoona 700 ijaarame eebbifame Debela Tadesse Aug 20, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Warshaan konkolaataa biyyaa keessatti walitti hidhun oomishu baasii Birrii miiliyoona 700 oliin ijaarame eebbifamera. Warshichis Naannawaa Daldala…
Oduu biyya keessaa Aqaaqiitti pirojektoonni 158 Birrii miiliyoonaa 349’n ijaaraman eebbifaman Debela Tadesse Aug 20, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti pirojektoonni garaagaraa 158 Birrii miiliyoona 349 ijaaraman eebbifamaniiru. Pirojektoonni…
Oduu biyya keessaa ABUT marsaa 3ffaa dibbee waraanaa rukutaa jira-TKM Debela Tadesse Aug 20, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT Deeggartoota isaa of faana hiriirsuun haldureewwan garaagaraa tarreessuun marsaa 3ffaa dibbee waraanaa rukutaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni sanada waliigaltee Naayiil hinraggaasisne akka raggaasisan waamichi dhiyaate Debela Tadesse Aug 20, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Sanda waliigaltee fayyadamummaa waloo biyyoonni miseensota yaa’a Laga Naayila raggaasisan biyyoonni hinraggaasisin jiran akka raggaasisan Ityoophiyaa fi…
Ispoortii Ityoophiyaa 1- 0 Ugaandaa Debela Tadesse Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) –Tapha madaallii ga'umsaa har'a gaggeeffameen Gareen Kubbaa Miilaa Dhiirotaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gita isaa Ugaandaa 1fi O injifateera. Goolii…
Oduu biyya keessaa Nageellee Arsiitti tajaajilli baqaqsani yaaluu moora ijaa bilisaan kennamaa jira Debela Tadesse Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) –Nageellee Arsiitti tajaajilli baqaqsani yaaluu moora ijaa namoota kuma 2f bilisaan kennamaa jiraachuu. Duula tajaajiila tola oltummaa baqaqsani yaaluu…
Oduu biyya keessaa Bishooftuutti deeggarsa Hidhaa Haaromsaaf Birrii miiliyoonni 22 ol walitti qabame Debela Tadesse Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Magaalaa Bishooftuutti deeggrsaa Hidhaa Guddicha Haaromsaaf Ityoophiyaaf Birrii miiliyoonni 22 fi 962 ol walitti qabamuu Bulchiinsi magaalichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa bu’aa ba’iiwwan mudataniif harka osoo hinlaatiin injifannoo seenaan… Sifen Megersa Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) –Mootummaan Naannoo Oromiyaa bu’aa ba’iiwwan mudataniif harka osoo hin laatiin injifannoo seenaan yaadatu hedduu galmeessaa har’a ga’e - BKMNO Naannoo…