Atileetotaa inifannoo galmeessaniif badhaasni hanga Birrii miiliyoona 2.5tti kennameef
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Shaampiyoona Atileetiksii Addunyaa 18ffaarratti Atileetotaa Ityoophiyaa injifannoo boonsaa galmeessaniif badhaasni Birrii kuma 50 hanga miiliyoona 2.5…