Lammiileen Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti mana hidhaa keessa turan 86 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Taanzaaniyaa qaxxaamuruun Afrikaa Kibbaa ce’uuf yaalan qaamolee nageenyaan to’atamanii mana hidhaa keessa turan 86 gara biyyaa…