Oduu biyya keessaa Aanaa Ambaassel bosona Raas Xaqoroo balaan ibiddaa mudate Debela Tadesse Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Godina Walloo Kibbaa Aanaa Ambaassel bosona Raas Xaqoroo kan lafa hektaara saddeet uwwisee jirurra balaan ibiddaa qaqqabuun eerame. Balaan…
Oduu biyya keessaa Adeemsa Nageenya deebisuu keessatti jaarsoliin biyyaa fi abbootiin amantaa hojiilee bal’aa… Debela Tadesse Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Jaarsoliin biyyaa fi abbootiin amantaa adeemsa nageenya deebisuu fi araarri akka bu’u gochuu keessatti hojiilee hedduu hojjechuu isaanii Ittaanaa…
Oduu biyya keessaa Haleellaan tasaa gareen Shanee fi adda bilisa baasaa Gaambeellaa jechuun of waamu magaalaa… Sifen Megersa Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Haleellaan tasaa gareen Shanee fi Adda Bilisa Baasaa Gaambeellaa jechuun of waamu magaalaa Gaambeellaatti banan tarkaanfii qindoomaa…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Haramayaa Sanyii Filatamaa Qonnaan bultootaaf kenne Sifen Megersa Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) –Yuunvarsiitiin Haramayaa Sanyii Filatamaa Qonnaan Bultoota 500f kenneera. Yuunvarsiitichi Sanyii filatamoo Boqqolloo fi Bolloqqee…
Idil Addunyaa Balalliin Baqattoota Ingilizitti koolu galtummaa gaafachuun gara Ruwaandaatti ergamuuf turanii mana… Sifen Megersa Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Balalliin Xiyyaaraa Baqattoota Ingilizitti koolu galtummaa gaafachuun gara Ruwaandaatti ergamuuf turanii mana murtiin dhorkamuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Deenmaark hojiilee dhiyeessii bishaan dhugaatii naannoo Sidaamaatti hojjetamu kan tumsu… Sifen Megersa Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) –Preezdaantiin naannoo Sidaamaa Obbo Dassita Leeddamoon Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Deenmaak Kiraa Ismiiz waliin mari’ataniiru. Marii…
Waajabila Faanaa Badhaasni muuziqaa Haachaaluu Hundeessaa Waxabajjii 22 gaggeeffama jedhame Debela Tadesse Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Badhaasni Muuziqaa Haacaaluu Hundeessaa Waxabajjii 22, 2014 akka gaggeeffamuu Faawundeshiniin Haacaaluu Hundeessaa beeksise. Faawundeeshinichi…
Ispoortii Shaampiyoonaa Atileetiksii Afriikaa 22rratti jilli hirmaate simatame Debela Tadesse Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 22ffaarratti kanneen hirmaatan Garee Jilaa Atiletiksii Ityoophiyaaf simannaan taasifameera. Moorishiyeesitti…
Fayyaa Tajaajilli Baankii Dhiigaa fi Tiishuu Ityoophiyaa baatiwwan 11’n darbanitti Dhiiga Yuunitii kuma 313… Sifen Megersa Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Tajaajilli Baankii Dhiigaa fi Tiishuu Ityoophiyaa baatiwwan 11’n darbanitti Dhiiga Yuunitii kuma dhibba 3 fi kuma 13 fi 793 walitti qabuu…
Oduu biyya keessaa Finfinneen argisiftuu guddinaa fi badhaadhina magaalota Ityoophiyaa akka taatu hojjechaa jirra-Aadde… Debela Tadesse Jun 14, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) –Finfinneen magaalaa fi mana hunda keenyaa, giddugala dippilomaasii idil addunyaa fi argisiftuu guddina fi badhaadhina magaalota Ityoophiyaa akka taatu…