Magaalota Oromiyaatti kenniinsi tajaajilaa rakkoo hammaataa fi yaaddeessaa ta’uu himame
Finfinne,Sadaasa 2 ,2015 (FBC) - Magaalota Oromiyaa keessatti kenniinsi tajaajilaa rakkoo walxaxaa qabaachuu fi yaadeessaa ta'uu himameera.
Rakkoo kenna tajaajila magaalota Oromiyaa…