USAID proojektii dubartoota dandeetti dhaga’uu hinqabne 200 ol fayyadamtoota taasisu ifoomse
Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Gargaarsaa Ameerikaa USAID Finfinee fi naannawaa isheetti dubartoota dhaga’uu hindandeenye 200 oliif proojektii carraa hojii uumuu ifoomseera.…