Oduu biyya keessaa Kalaqxoota jalqabaa deeggaruuf Labsiin qophaa’aa jira Sifen Megersa May 31, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Labsiin abbummaa kalaqxoota jalqabaa deeggaruu fi jajjabeessuuf dandeessisu qophaa’aa jiraachuu Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii…
Oduu biyya keessaa Dhiyeessii tajaajiloota bu’uuraarratti qindoominaan hojjechuun barbaachisaadha jedhame Sifen Megersa May 31, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Ityoophiyaan deeggartoota misoomaa waliin ta’uun lammiilee caalaatti fayyadamtoota taasisuuf dhiyeessii taajaajiloota bu’uuraa waliin ga’uuf…
Ispoortii Kilabni Kubbaa Miilaa Sokorruu Shaampiyoonaa liigii Olaanoo Oromiyaa ta’e Sifen Megersa May 31, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Tapha liigii Olaanoo Oromiyaa Magaalaa Jimmaatti kilaboota 26 hirmachisuun gaggeeffamaa tureen kilabni kubbaa miilaa Magaalaa Sokorruu Shaampiyoonaa…
Oduu biyya keessaa Koreen dhaabbichaa aanaa Sinaanaatti kenna tajaajila seektaraalee mootummaa fi ijaarsa proojektootaa… Sifen Megersa May 31, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) -Jilli miseensoota koree dhaabbii Caffee Oromiyaa Aadde Mastaawat Fayyisaan durfamu, kenna tajaajila sektaraalee mootummaa fi proojektoota…
Oduu biyya keessaa Magaalota 11’f bu’uuraalee misoomaa elektirikaa ammayyaa’aa diriirsuuf qophiin taasifama jira… Sifen Megersa May 31, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Magaalota 11’f bu’uuraalee misoomaa elektirika ammayyaa’aa diriirsuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Dhimma Ityoophiyaa kan waloo taasifachuun eenyummaa fi egeree keenya boruuf murteessadha-Obbo… Sifen Megersa May 31, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Dhimma Biyyaarratti mari'achuun eenyummaa fi egeree keenya boruuf murteessaa ta'uun cinatti, waa'ee Ityoophiyaa dhalootaa haaraa barsiisuuf…
Oduu biyya keessaa Sochii babal’ina Invastimentii guddisuuf, Investaroota haaraa fi buleeyyii simachuuf… Sifen Megersa May 31, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Sochii babal'ina Invastimentii guddisuuf, Invasteroota haaraa fi buleeyyii simachuuf mootummaan qophii guddaa qaba jedhan Preezidaantiin…
Ispoortii Leenjisaa Wubatuu Abaataan taphattoota 5 hir’isan Sifen Megersa May 31, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Leenjisaa Wubatuu Abaataa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa keessaa taphattoota 5 hir’isuun isaanii beekame. Gareen Kubbaa…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa Kamisa dhufuu eegalee gara Cheenaayitiitti balallii eegaluufi Sifen Megersa May 31, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Kamisa dhufuu eegalee gara Hindi magaalaa Cheenaayitiitti torbeen yeroo sadi balallii eegaluuf ta’uu beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Uummata Oromoo fi Sidaamaa Walitti buusuuf yaaluun hin milkaa’u- Obbo Alamaayyoo Ximootiwoos Sifen Megersa May 31, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Tattaaffiin Uummata Oromoo fi Sidaamaa Walitti buusuuf taasiifamu hin milkaa’u jedhan Itti gaaftaaman Biiroo Bulchiinsaaf Nageenyaa Naannoo…