Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa haala hoo’aa ta’een kabajamaa jira Sifen Megersa Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Uummata Sidaamaa Fiichee Cambalaalaan sirnoota garaagaraan haala hoo’aa ta’een kabajamaa jiraachuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Humnoota Amantaa daheeffachuun walitti bu’iinsa uumuun fedhii farreen Ityoophiyaa milkeessuuf… Sifen Megersa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Humnoota Amantaa daheeffachuun walitti bu'iinsa uumuun fedhii humnoota farreen Ityoophiyaa milkeessuuf socho'anirratti tarkaanfiin fudhatamaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonnin Daayrektara Olaantuu Yuuniiseef Kaatriin Raasil waliin mari’atan Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Daayrektara Olaantuu Yuuniiseef Kaatriin Raasil waajjira…
Oduu biyya keessaa Itaamaajur Shuumiin Humna Waraanaa Ityoophiyaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan magaalaa Hawaasaa… Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Itaamaajur Shuumiin Humna Waraanaa Ityoophiyaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaa galan. Fiild Maarshaal Birhaanuu…
Oduu biyya keessaa Namoonni dhuunfaa waraqaa eenyummaa sobaa maxansaa turan to’ataman Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfaa waraqaa eenyummaa sobaa maxxansaa turan harkaa harkatti to’atamuu ibsame. Namoonni waraqaa eenyummaa sobaa…
Oduu biyya keessaa Akka uummata tokkootti warreen badiisa Ityoophiyaa barbaadan hundaaf bakka bu’aa karoora badii… Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Akka uummata tokkootti warreen badiisa Ityoophiyaa barbaadan hundaaf bakka bu’aa karoora badii isaanii akka taanetti akka nu fudhataniif eeyyamuu hin qabnu…
Oduu biyya keessaa Imbaasiin Ingiliz Indaastirii Oomishaa Ityoophiyaa deeggaruuf Ministeera Indaastirii waliin kan… Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Imbaasiin Ingiliz Indaastirii Oomishaa Ityoophiyaa deeggaruuf Ministeera Indaastirii waliin kan hojjetu ta’uu ibseera. Ministirri Ministeera Indaastirii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Xaaliyaanii gidduutti waliigalteen deeggarsa Yuuroo miiliyoona 1.5 mallattaa’e Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Xaaliyaanii gidduutti waliigalteen deeggarsa Yuuroo miiliyoona 1.5 mallattaa’eera. Waliigaltichi Imbaasii Xaaliyaanii Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa Bara kana Oromiyaatti biqiltuu sanyii filatamaa bunaa biilyoona 1.3 dhaabuuf qophiin taasifamaa jira… Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Bara kana akka Oromiyaatti biqiltuu sanyii filatamaa Bunaa biiliyoona 1.3 dhaabuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Naannoo Oromiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Keeniyaa Naayroobii galan Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen sirna awwaalchaa Preezdaantii Keeniyaa duraanii Muway Kiibaakiirratti argamuuf Keeniyaa magaalaa Naayroobii …