Oduu biyya keessaa Magaalichatti biyyeen sigigaachuun lubbuun nama 1 darbe Obse Wakgari Mar 23, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) –Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Eekkaa aanaa 7tti sababaa biyyeen sigigaachuutin lubbuun nama 1 darbu Komishinii hoggansi sodaa balaa fi ibiddaa…
Teeknooloojii Chaayinaan yaalii Motara olaanaa Rokkeettii milkiin xumuruu ibsite Sifen Megersa Mar 23, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Chaayinaan yaalii Motara olaanaa Rokkeettii Loong Maarch jedhamu milkiin xumuruu beeksiifte. Korporeeshiniin Teeknooloojii fi Saayinsii hawaa…
Fayyaa Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Vaayraasiin Rootaa muudachuu ibsame Sifen Megersa Mar 23, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Naannoo Beenishaangul Gumuz aanaa Sharqoollee fi Magaalaa Asoosaatti Vaayraasiin Rootaa muudachuu Biiroon Fayyaa Naannichaa beeksiiseera.…
Oduu biyya keessaa Nageenya magaalaa Shaashamannee deebisanii dhaabuu irratti hojiin hojjatame boonsaadha-Obbo Malaakuu Obse Wakgari Mar 23, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allabal nageenyaa fi magaalaa Shaashamannee deebisanii dhaabuu irratti hojiin hojjatame boonsaadha…
Idil Addunyaa Preezdaant Zeelaansikii mariiwwan Raashiyaa waliin taasifamuu itti fufuu ibsan Obse Wakgari Mar 23, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Waraanaa Raashiyaa fi Yuukreenin gaggeeffamaa jiru dhaabuu mariiwwan Raashiyaa waliin sadarkaan taasifamaa jiran akka itti fufaan Preezdaantii Yuukreen…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Sulultaa, Buraayyuu fi Laga Xaafootti Murtoo fi kallattii Yaa’ii 1ffaa Paartii… Sifen Megersa Mar 23, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Sulultaa, Buraayyuu fi Laga Xaafoo Laga Daadhitti Murtoo fi kallattii Yaa'ii 1ffaa Paartii Badhaadhinaan darbee fi…
Oduu biyya keessaa Yeroon Abbootiin Qabeenyaa alaa Ityoophiyaatti Invastimantiirratti bobba’an amma – Komishinar… Sifen Megersa Mar 23, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Yeroon Abbootiin Qabeenyaa alaa Ityoophiyaatti hojii Invastimantiirratti bobba’an amma ta’uu Komishinarri Komishinii Invastimantii Komishinar…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti waltajjiin uummataa gaggeeffamuu eegale Obse Wakgari Mar 23, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraa magaaloota Baahiir Daarii fi Goondaritti waltajjiin uummataa gaggeeffamuu eegaleera. Waltajjichi murtoo fi kallattii Paartii…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti waltajjiin uummataa gaggeeffamuu eegale Obse Wakgari Mar 23, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraa magaaloota Baahiir Daarii fi Goondaritti waltajjiin uummataa gaggeeffamuu eegaleera. Waltajjichi murtoo fi kallattii Paartii…
Oduu biyya keessaa Naannoo Gaambeellatti Murtoo fi kallattii Yaa’ii Paartii Badhaadhinaa 1ffaa fi haala… Sifen Megersa Mar 23, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Naannoo Gaambeellatti Murtoo fi kallattii Yaa'ii Paartii Badhaadhinaa 1ffaa fi haala yeroorratti mariin hawaasa Godina Anyuwaak aanaa Abboobboo…