Fayyaa Yuunvarsiitiin Wallaggaa duula arjoommi dhiiga eegalchiise Obse Wakgari Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Wallaggaa hawaasa fi barattoota yuunvarsiiichaatin duula arjoommi dhiiga torban tokkof turu eegalchiiseera. Duulli kun lubbuu…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalichaa godinaalee Harargee Lixaa fi Bahaatti lammiilee hoongeen miidhamaniif… Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Bishooftuu godinaalee Harargee Lixaa fi Bahaatti lammiilee hoongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa kuntaala kuma 2 fi 695…
Oduu biyya keessaa Biirichi maashinii haaraa naayitiroojinii dhangala’aa oomishu bituun giddu gala oomishaa fi raabsaa… Obse Wakgari Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Biiroon Qonnaa Oromiyaa maashinii haaraa naayitiroojinii dhangala’aa oomishu Birrii miiliyoona 35 oliin bituun giddu gala oomishaa fi raabsaa…
Oduu biyya keessaa Koreen giddu galeessaa haaraa filatame walga’ii jalqabaa gaggeessaa jira Sifen Megersa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Koreen giddu galeessaa Paartii Badhaadhinaa haaraa filatame walga’ii jalqabaa gaggeessaa jira jedhame. Korichi murtoowwanii fi kallattiiwwan…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Ittaanaa Ministira Ministeera Aadaa fi Tuurizimii Chaayinaa waliin… Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Ittaanaa Ministira Ministeera Aadaa fi Tuurizimii Chaayinaa Zhaang Zhuu waliin mari’ataniiru. Mariisaaniin damee…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitii Finfinneetti barattoonni rakkoo nageenyaa uumuuf yaalan to’atamuu ibsame Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitii Finfinneetti barattoonni rakkoo nageenyaa fi walitti bu’iinsa uumuuf yaalan qindoomina qaamolee nageenyaa to’atamuu Yuunvarsiitichi…
Oduu biyya keessaa Gamoo miidhagaa ijaaruu qofa osoo hin taanee biyya miidhagaa ijaaruu qabna-MM Abiy Ahimad Obse Wakgari Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Sagantaa eebba gamoo Paartii Baadhaadhinaarratti haasaa kan taasisaan Preezdaantiin paartichaa MM Abiy Ahimad, gamoo miidhagaa ijaaruu qofa osoo hin…
Idil Addunyaa Ameerikaan walitti bu’iinsa Raashiyaa fi Yuukreen ilaalchisee odeeffannoo sobaa tamsaasaa jirti … Sifen Megersa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Chaayinaan, Ameerikaan walitti bu’iinsaa Raashiyaa fi Yuukreen ilaalchisee odeeffannoo sobaa tamsaasaa jirti jechuun himatte. Beejingi himata kana…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitii Walloof deeggarsi Birrii miiliyoona 7 taasifame Obse Wakgari Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin FinfinneeYuunvarsiitii Walloo deebisanii dhaabuuf kan oolu deeggarsa Birrii miiliyoona 7 taasiseera. Deeggarsichi kutaa kaabaa…
Idil Addunyaa Raashiyaa fi Yuukreen mariisaanii gama Viidiyoo Konfiransiin kan itti fufan ta’uu ibsame Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Bakka buutonni Raashiyaa fi Yuukreen mariisaanii gama Viidiyoo Konfiransiin kan itti fufan ta’uu dubbii himaan Kireemliin Diimiitirii Peeskoov ibsan.…