Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Waldiyaa Barattoota simachuu jalqabe Sifen Megersa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Sababa weerara garee ABUT baneen adeemsa baruu fi barsiisuu adda kan kute Yuunvarsiitiin Waldiyaa guyyaa har’aa Barattoota simachuu eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Aanaa Gumbii Bordoddeetti Mana Murtii Aadaa Hundaa’eef Beekkamtiin Laatame Sifen Megersa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Godina Harargee Lixaa Aanaa Horsiisee Bulaa Gumbii Bordoddeetti manneen murtii aadaa sadarka araddoota aanicha keessaatti hunda’eef…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti sagantaaleen garaagaraa gaggeeffamaa turan nagaan xumuramuu ibsame Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti sagantaaleen garaagaraa gaggeeffamaa turan nagaan xumuramuu Koreen waloo nageenyaa beeksise. Magaalaa Finfinneetti Bitootessa 2…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa gamoo olaanaa ijaarsise har’a ni eebbisiisa Obse Wakgari Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa gamoo ammayaa waajjira olaanaa ijaarsiise har’a ni eebbisiisa jedhameera. Sirna eebbicharratti Preezdaantiin Paartiichaa Dooktar…
Idil Addunyaa Raashiyaan naannoo Waraanaa Yuukreen naannawaa Poolaanditti argamuu haaleeluu ibsame Sifen Megersa Mar 13, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Raashiyaan haleellaa qilleensaa taasiiftu babal'isuun naannoo Waraanaa Yuukreen naannawaa Poolaanditti argamuu haaleeluu aanga'oonni naannichaa…
Oduu biyya keessaa Maqaan Miseensota koree hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa ifoome Sifen Megersa Mar 13, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa yaa'ii jalqabaa gaggeesseen maqaa miseensota koree hojii raawwachiiftuu ta'uun filatamanii ifoomseera. Haaluma kanaan:- 1.…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii jalqabaa gaggeessaa ture ibsa ejjennoo abbaa qabxii 6 baafachuun… Sifen Megersa Mar 13, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa yaa'ii jalqabaa mata duree 'qormaatarraa gara guddinaatti' jedhuun gaggeessaa ture ibsa ejjennoo abbaa qabxii 6 baafachuun xumuruu…
Ispoortii Ityoophiyaa 0 -3 Gaanaa Sifen Megersa Mar 13, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Gareen kubbaa miilaa dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gulaallii Waancaa Addunyaaf har'a gita isaa Gaanaa waliin taphateen…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin jalqabaa Paartii Badhaadhinaa koree giddu galeessaa fi hojii raawwachiiftuu filate Sifen Megersa Mar 13, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Yaa'iin jalqabaa Paartii Badhaadhinaa koree giddu galeessaa miseensota 225 qabuu fi koree hojii raawwachiiftuu miseensota 45 filachuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 2ffaa Bitootessa 10, 2014 irraa eegalee kan geggeessu… Ayana Dheressa Mar 13, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) –Caffeen Oromiyaa yaa'ii Idileesaa 2ffaa waggaa 1ffaa bara hojii Caffee 6ffaa Bitootessa 10,2014 irraa eegalee galma Caffeetti kan gaggeessu ta'uu…