Oduu biyya keessaa Jiraattoonni Aanaa Zuwaay Dugdaa Aramaa Bocee Hara Dambal qulqulleessan Sifen Megersa Feb 25, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Godina Arsii Aanaa Zuwaay Dugdaa gandoota 4 irraa walitti babba’an Arama Bocee Hara Dambal duulaan qululleessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezidaant Shimallis Abdiisaan durfamu, projektoota godiinaalee Shawaa Lixaa fi Shawaa Kibba… Ayana Dheressa Feb 25, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Jilli Preezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu, projektoota garaagaraa godiinaalee Shawaa Lixaa fi Shawaa Kibba…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Neezarlaand abbootii qabeenyaa beelladaa Ityoophiyaa akka deeggaru beeksise Ayana Dheressa Feb 25, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Neezarlaand Projektii misooma qabeenya beelladaa eegaluun abbootii qabeenyaa beelladaa Ityoophiyaa akka deeggaru beeksise. Ambaasaaddar…
Fayyaa Magaalaa Hararitti giddugalli kaansarii Birrii miiliyoona 70 oliin ijaarrame eebbifame Obse Wakgari Feb 25, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC)- Giddugalli kaansarii hospitaala hunda galeessaa Ispeeshaalaayizdii Hiwot Faanaa yuunvarsiitii Haramaayaatin Birrii miiliyoonaa 70 oliin ijaarramaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaant Shimallisii fi Dooktar Abrahaam Balaayiin durfamu Proojektii Wancii Dandii daawwate Sifen Megersa Feb 25, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi Ministira Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Abrahaam Balaayiin…
Oduu biyya keessaa Damee tajaajila geejjibaa fi loojistikiitin abbootii qabeenya dhuunfaaf dameewwan investimantii 44… Obse Wakgari Feb 25, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC)- Damee tajaajila geejjibaa fi loojistikiitin abbootii qabeenya dhuunfaaf dameewwan investimantii 44 qopha’uu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi…
Oduu biyya keessaa Oomishtummaa misooma bunaa dabaluuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jira- Biiroon Qonnaa Oromiyaa Ayana Dheressa Feb 25, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Misooma bunaa babal’isuu fi ammayyeessuun oomishtummaa isaa dabaluuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise Bunni…
Idil Addunyaa Duulli Raashiyaan Yuukreen Doonbaasitti gaggeessaa jirtu guyyaa 2ffaan itti fufe Sifen Megersa Feb 25, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Duulli addaa Raashiyaan Yuukreen Doonbaasitti gaggeessaa jirtu guyyaa 2ffaan itti fufuu ibsameera. Har’as dhoo’insi olaanaan magaalaa…
Oduu biyya keessaa Imbaasichi barattoonni Ityoophiyaa Yuukreen jiraniif ergaa dabarse Ayana Dheressa Feb 25, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Jarmanitti Imbaasiin Ityoophiyaa barattoota Ityoophiyaa Yuukreen jiraniif ergaa dabarseera. Imbaasichi barattoonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa lammiilee godina Booranaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 6.7… Obse Wakgari Feb 25, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC)- Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa lammiilee godina Booranaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 6.7tti tilmaamamu taasiseera.…