Ispoortii Seeneegaal tapha xumuraa Waancaa Afrikaa 33ffaaf dabarte Sifen Megersa Feb 3, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) - Tapha moo'anii darbuu walakkaa xumuraa halkan kana Burkiinaafaasoo fi Seeneegaal gidduutti gaggeeffameen Seeneegaal goolii 3 fi 1n injifachuun tapha…
Oduu biyya keessaa Obbo Taaggasee Caafoon Af Yaa’ii Mana Maree Ce’umsaa Sudaan Kibbaa Jeemaa Nuunnuu Kumbaa… Sifen Megersa Feb 2, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) - Af Yaa'iin Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa obbo Taaggasee Caafoon Af Yaa'ii Mana Maree Ce'umsaa Sudaan Kibbaa Jeemaa Nuunnuu Kumbaa waliin mari'ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Finfinneen yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa simachuuf qophoofteetti-MM Abiy Ahimad Obse Wakgari Feb 2, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)–Muummeen Ministira Abiy Ahimad Magaalaan Finfinneen yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa simachuuf qophoofteetti jedhaniiru. Muummeen Ministira…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti mamoonni dabalataa 315 vaayrasii koroonaan qabaman Obse Wakgari Feb 2, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)– Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 315 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 3 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Qaamoleen hawaasa garaagaraa aramaa bocee Hara Dambal dhabamsisuu ibsame Obse Wakgari Feb 2, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)-Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti qaamoleen Hawaasaa garaagaraatiin duulli aramaa bocee hara Dambal weerare dhabamsisuu itti fufeera. Hanga ammatti duula…
Oduu biyya keessaa Godina Wallaggaa Lixaatti miseensoonni Shanee 37 waamicha Abbootiin Gadaa taasisaniif fudhachuuf… Obse Wakgari Feb 2, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Godina Wallaggaa Lixaa Aana Gaanjiitti waamicha Abbootiin Gadaa taasisaniif fudhachuuf miseensoonni Shanee 37 harka laachuu Komishiniin Poolisii Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen garaagaraa raayyaa ittisa biyyaa fi buqqaatoota naannoo Affaarif deeggarsa taasisan Obse Wakgari Feb 2, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Inistityuutin Fayyaa Hawaasa Ityoophiyaa, Ministeerri Indaastirii fi Daldalaa naannawaa raayyaa ittisa biyyaa fi lammiilee naannoo Affaaritti buqqa’aaniif…
Oduu biyya keessaa Abbootiin qabeenyaa fi daldaltoonni godina Gujii horsiisee bultoota hongeen miidhamiif deeggarsa… Obse Wakgari Feb 2, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa fi Daldaltoonni Godina Gujii Bulchiinsa Magaalaa Shaakkisoo fi Aanaa Oddoo Shaakkisoo deeggarsa Birrii miiliyoona 4 ol horsiisee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Liyaa fi Ambaasaaddarri Xaaliyaan damee fayyaa cimsuuf marii gaggeessan Obse Wakgari Feb 2, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa fi Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Xaaliyaan Agoostinoo Paalsee damee fayyaa cimsuuf marii gaggeessaniiru. Marii isaaniitin…
Ispoortii Taphni walakkaa xumuraa waancaa Afrikaa har’a Burkiinaafaasoo fi Seeneegaal gidduutti ni gaggeeffama Sifen Megersa Feb 2, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Taphni moo'anii darbuu walakkaa xumuraa waancaa Afrikaa 33ffaa har’a Burkiinaafaasoo fi Seeneegaal gidduutti gaggeeffamu xiyyeefffannoo argateera.…