Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Yiliqaaliin durfamu magaalaa Jigjigaa gale Sifen Megersa Feb 2, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaan durfamu magaalaa Jigjigaa galeera. Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa…
Oduu biyya keessaa Dhabbanni Gargaarsaa Waldaa Eegaree lammiilee Godina Baalee hongeen miidhamaniif deeggarsa taasiise Sifen Megersa Feb 2, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Dhabbanni Gargaarsaa Waldaa Eegaree lammiilee Godina Baalee hongeen miidhamaniif midhaan nyaataa kuntaa 200 deeggarsa taasiiseera.…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach qaamolee Yaa’ii Gamtaa Afrikaa sababeeffachuun magaalaa Finfinnee miidhagsan… Sifen Megersa Feb 2, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) –Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee qaamolee Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 35ffaa sababeeffachuun magaalaa Finfinnee miidhagsan galateeffataniiru.…
Oduu biyya keessaa Ministiroonni Dhimma Alaa Tuuniziiyaa, Maadagaaskaarii fi Keep Veerdi Finfinnee galan Obse Wakgari Feb 2, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Ministiroonni Dhimma Alaa Tuuniziiyaa, Maadagaaskaarii fi Keep Veerdi Finfinnee galaniiru. Hoggantoonni kunneen yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaa…
Oduu biyya keessaa Ministiroonni Dhimma Alaa biyyoota Afrikaa Finfinnee galuu itti fufan Sifen Megersa Feb 1, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC) - Ministiroonni Dhimma Alaa biyyoota Afrikaa Yaa'ii hoggantaa Gamtaa Afrikaa 35ffaa fi Walga'ii Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu 40ffaarratti hirmaachuuf…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Taaggasaa Caafoon durfamu Preezdaantii Suudaan Kibbaa Saalvaakiir Maayaardaat waliin… Ayana Dheressa Feb 1, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Jilli Afyaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Obbo Taaggasaa Caafoon durfamu Preezdaantii Suudaan Kibbaa Saalvaakiir Maayaardaat waliin mari’ate.…
Oduu biyya keessaa Ummanni Naannoo Amaaraa Horsiise Bultoota godina Booranaa fi Baaleef deeggarsa taasise Ayana Dheressa Feb 1, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Ummanni Naannoo Amaaraa Horsiise Bultoota godinota Booranaa fi Baaleef deeggarsa taasise Ummanni Naannoo Amaaraa horsiise bultoota hongeen…
Oduu biyya keessaa Bara oomishaa bara 2014/15’f xaa’oo biyyee gara biyyaa galchuun eegalame Ayana Dheressa Feb 1, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Bara oomishaa bara 2014/15’f xaa’oo biyyee gara biyyaa galchuun eegalamuu ibsame. Dooniin xaa’oo meetirik toonii kuma 64 fe’e ganama har’aa buufata…
Oduu biyya keessaa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Kaanaadaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Feb 1, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Kaanaadaa Joobiin waliin mari’atan. Dooktar Yiliqaal fi …
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensa Ityoophiyaa guyyaa hardhaa xiyyaaraa Booyiing 737 balalii eegalchiise Ayana Dheressa Feb 1, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Daandiin qilleensa Ityoophiyaa irra deddeebiin nageenyummaa isaa erga mirkaneessee fi yeroo lama yaalii erga taasiseen booda xiyyaaraa Booyiing 737 guyyaa…