Magaalaa Adaamaatti Hospitaalli Haadholii fi Daa’immanii baasii Birrii Miiliyoona 70 oliin ijaarrame…
Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC)- Hospitaalli Haadholii fi Daa’immanii Baatii baasii Birrii Miiliyoona 70 oliin Magaalaa Adaamaatti ijaarrame guyyaa har’aa eebbifameera.
Sadarkaa itti…