Adaabbaatti Pirojektoonni Birrii miiliyoona 127 ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa, Obbo Abarraa Warquun durfamu Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaatti pirojektoota misoomaa adda addaa Birrii…