Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu godina Shawaa Kaabaatti misooma qamadii bonaa daawwate
Finfinnee, Muddee 25, 2014(FBC)- Jilli Itti aanaa Biiroo Qonnaa Oromiyaatin durfamu godina Shawaa Kaabaatti misooma qamadii bonaa daawwateera.
Bara kana Godinaalee Oromiyaa 21 keessatti…