Godina Qellem Wallaggaatti hojiin misooma sululaa eegalame
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaatti hojiin misooma sululaa eegalameera.
Godinichatti hojiin misooma sululaa guyyoota 60f turu guyyaa har’aa qonnaan bu;ltootaa fi…