Abbootiin Gadaa Gujii marsaa 2ffaaf gareen Shanee karaa nagaan akka galaniif waamicha dabarsan
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Abbootiin Gadaa Gujii Marsaa 2ffaaf gareen shororkeesitoota Shanee Godina Gujii keessaatti nagaa booreessaa jiran karaa nagaan akka galaniif waamicha…