Bakkeewwan rakkoon nageenyaa jirutti qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa marsaa 2ffaan kennama…
Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Bakkeewwan rakkoon nageenyaa jirutti qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa marsaa 2ffaan kan kennamu ta’uu Ejensiin Qormaata Biyyaalessaa beeksise.…