Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa Ityoophiyaa paayileetota eebbisiise Ayana Dheressa Jun 25, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) – Humni Qilleensaa Ityoophiyaa mata duree “qeerransoota 2014” jedhuun paayileetota leenjisaa ture guyyaa har’aa eebbisiiseera. Eebbifamtoonni kunneen…
Oduu biyya keessaa Yakkaamtoota haleellaa raawwachuu keessatti hirmaatan hojiin ittigaafatamoo taasisuu cimee kan itti… Debela Tadesse Jun 24, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Biyyatti bakkoota garagaraatti haleellaa raawwataman keessatti yakkamtootaa hirmaatan hojiin ittigaafatamoo taasisuu cimee kan itti fufuu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Kaabineen magaalaa Dirree Dawaa dhimmoota garaagaraatti mari’achuun murtoo dabarse Sifen Megersa Jun 24, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) –Kaabineen Bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa dhimmoota garaagaraatti mari'achuun murtoo dabarseera. Baajata Idilee fi Kaappitaalaa bara 2015 irratti…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Maallaqaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 600… Debela Tadesse Jun 24, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Ministeerri Maallaqaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee Doolaaraa miiliyoona 600 waliif mallatteessaniiru. Waliigalteen kana keessaa Doolaarri…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Waltajjii marii misoomaa idil addunyaa hoggantoota… Debela Tadesse Jun 24, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad kan Preezdaantii Chaayinaa Zhi Jiinpiingiin qophaa'e, yaa’ii misoomaa idil addunyaa ‘BIRICS Plus’ kan dureewwan…
Oduu biyya keessaa Marii misooma idil addunyaa hoggantoota olaanoo BRICS pilaas Preezdaantiin Chaayinaa… Sifen Megersa Jun 24, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) –Marii misooma idil addunyaa hoggantoota olaanoo BRICS pilaas Preezdaantiin Chaayinaa Zhii Jiipping qopheessanirratti hirmaachuu kootti gammadeera jedhan…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 179 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Ayana Dheressa Jun 24, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 179 marsaa sadiin Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsameera. Lammiilee kanneeniif kunuunsii fi deeggarsi…
Ispoortii Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 28ffaa har’a taphatameen Faasilii fi Aarbaa… Sifen Megersa Jun 24, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 28ffaa har’a taphatameen magaalaan Faasilii fi Aarbaa Minci morkattoota isaanii…
Idil Addunyaa Beelaarus michuu tarsiimoo Raashiyaa murteessituudha -Sergee Shooyiguu Debela Tadesse Jun 24, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Beelaarus michuu tarsiimoo Raashiyaa murteessituudha jedhan Ministirri Ittisaa Raashiyaa Sergee Shooyiguu. Beelarusii fi Raashiyaan karoora…
Oduu biyya keessaa Giddugalli Qorannoo Chaayinaa-Afrikaa Beejiingitti kan argamu Embaasii Ityoophiyaa waliin akka… Debela Tadesse Jun 24, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Giddugalli Qorannoo Chaayinaa-Afrikaa, Beejiingitti kan argamu Embaasii Ityoophiyaa waliin walta’iinsaan akka hojjetu ibse. Chaayinaatti…