Biiznasii Baankichi bu’aa caalbaasii sharafa alaa ifoomse Ayana Dheressa Apr 17, 2025 0 Finfinnee, Ebla 9, 2017(FMC)- Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa bu'aa caalbaasii sharafa alaa har'a geggeesse ifoomseera. Sirna caalbaasichaa irratti baankonni 26 kan hirmaatan yoo…
Oduu biyya keessaa Guddina diinagdee Itiyoophiyaaf dameen teeknoloojii gahee olaanaa qaba- Aadde Caaltuu Saanii Ayana Dheressa Apr 17, 2025 0 Finfinnee, Ebla 9 ,2017 (FMC)- Guddina diinagdee Itiyoophiyaaf dameen teeknoloojii gahee olaanaa qabaachuu Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu'uuraalee misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin ibsan.…
Ispoortii Varjiil Vaandaayik waliigaltee Liivarpuul isa tursiisu mallatteesse Ayana Dheressa Apr 17, 2025 0 Finfinnee, Ebla 9, 2017(FMC) – Taphataa ittisaa Liivarpuul kan ta’e Varjiil Vaandaayik waliigaltee waggaa lamaaf kilabicha keessa isa tursiisu mallatteesse. Amballiin Kilaba Anfiildi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Yaa’ii 5ffaa P4G bara 2027 qopheessuutti kabajatu itti dhaga’ama –Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Apr 17, 2025 0 Finfinnee, Ebla 9, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan Yaa’ii 5ffaa P4G bara 2027 qopheessuutti kabajatu itti dhaga'ama jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Yaa'iin Hanooy…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti adda cite kan ture leenjiin haaromsaa hidhattoota duraanii irra deebiin eegale Ayana Dheressa Apr 17, 2025 0 Finfinnee, Ebla 9, 2017 (FMC)-Naannoo Tigraayitti adda cite kan ture leenjiin haaromsaafi deebisanii dhaabuu hidhattoota duraanii irra deebiin eegale. Taajjabdoonniifi bakka buutonni…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Keeniyaan waliigaltee hariiroo daldalaa isaanii guddisuu dandeessisu mallatteessan Ayana Dheressa Apr 17, 2025 0 Finfinnee, Ebla 9, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaafi Keeniyaan waliigaltee hariiroo daldalaa isaanii guddisuu dandeessisu waliif mallatteessaniiru. Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti hanga Kurmaana 3ffaatti galiin Birrii biiliyoona 17ol walitti qabamuun ibsame Ayana Dheressa Apr 17, 2025 0 Finfinnee, Ebla 9, 2017 (FMC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti hanga kurmaana 3ffaa bara 2017tti galiin Birrii biiliyoona 17 fi miiliyoona 800 walitti qabamuun ibsame. Gabaasni raawwii…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalaa Galaan Guddaatti giddugalli gabaa hirmaannaa uummataan Birrii miiliyoona 79 oliin… Ayana Dheressa Apr 17, 2025 0 Finfinnee, Ebla 9, 2017(FMC)- Buchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Galaan Guddaatti giddugallii gabaa ammayyaa hirmaannaa uummataa Birrii miliyoona 79 fi kuma 200 oliin ijaarame…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa labsiiwwan garaagaraa raggaasise Ayana Dheressa Apr 17, 2025 0 Finfinnee, Ebla 9, 2017(FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Walga’ii idilee 25ffaa bara hojii 4ffaa gaggeesseen labsiiwwan garaagaraa raggaasiseera. Manni marichaa wixinee labsii…
Oduu biyya keessaa Baatiwwan 9’n darban hojiileen faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kabachiisan hojjetamaniiru-MDhA Ayana Dheressa Apr 17, 2025 0 Finfinnee, Ebla 9, 2017(FMC)- Baatiwwan saglan darban hojiileen bu’aa qabeessi faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kabachiisan hojjetamuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera. Dubbii…