Taphoota Waancaa Afrikaa marsaa 2ffaan har’a taphoonni afur ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Tapha waancaa Afrikaa 35ffaa qopheessummaa Morookoon gaggeeffamaa jiruun har'a taphoonni marsaa 2ffaa afur ni taphatamu.
Waaree booda sa'aatii 9:30…