Waajabila Faanaa “Jafora”: Koridarii Magariisa Debela Tadesse Nov 8, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 29, 2017 (FBC)-“Jafora” jechuun naannawaa Guraageetti aadaa magariisummaa daandii bahumsaa fi galumsaa jiraattota naannawichaa misoomsanii kunuunsuuti. Daandii kun…
Biiznasii Oomishtoonni Simmintoo Raabsitoota barbaadaniif oomisha isaanii akka dhiyeessan kallattiin… Sifen Megersa Nov 8, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 29, 2017 (FBC) – Oomishtoonni Simmintoo Raabsitoota barbaadaniif oomisha isaanii akka dhiyeessan kallattiin kaa'amuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Oduu biyya keessaa Dureewwan konfiraansii ‘Addunyaa Beelaarra bilisaa’ irratti hirmaachaa turan gara biyya isaanitti… Tsehay Guluma Nov 8, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 29, 2017 (FBC) –Dureewwan biyyoota garaagaraa konfiraansii ‘Addunyaa Beelaarra Bilisaa’ irratti hirmaachaa turan gara biyya isaanitti deebi’aniiru. Ministir…
Fayyaa Hospitaala Waliigalaa Baatuutti Gadameessa dubartii tokkoo keessaa Xannachi Kiiloo Giraama 5 ulfaatu… Tsehay Guluma Nov 8, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 29, 2017 (FBC) – Hospitaala Waliigalaa Baatuutti Gadameessa dubartii tokkoo keessaa yaala baqaqsanii yaaluun Xannachi Kiiloo Giraama 5 ulfaatu bahuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Dooniin Yuuriyaa kuntaala kuma 472 fi 500 feete Jibuutii qaqqabde-Koorporeeshinicha Debela Tadesse Nov 8, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 29, 2017 (FBC)-Dooniin Yuuriyaa kuntaala kuma 472 fi 500 feete Jibuutii qaqqabuu Koorporeeshiniin Hojiiwwan Qonnaa Itiyoophiyaa beeksise. Koorporeeshinichi akka…
Oduu biyya keessaa Xiyyaarri ‘Airbus A350 – 1000’n gara Dubaayitti balallii taasiise Tsehay Guluma Nov 8, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 29, 2017 (FBC) – Xiyyaarri Afrikaatti kan jalqabaa 'Airbus A350 – 1000'n balallii 2ffaa gara Dubaayitti taasiisu Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Kinshaasaatti Daandiin Qilleensaa haaraan Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa %49 qooddatu hojii… Tsehay Guluma Nov 8, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 29, 2017 (FBC)-Rippaabilikii Dimokiraatawaa Koongoo magaalaa kiinshaasaatti Daandiin Qilleensaa haaraan Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa %49 qooddatuu…
Idil Addunyaa Pireezidaanti Joo Baayidaan karaa nagaan aangoo dabarsuuf waadaa galan Sifen Megersa Nov 7, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC) - Yeroo aangoo isaanii xumuraa kan jiran Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidaan karaa nagaan aangoo dabarsuuf waadaa galaniiru. Paartii…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Rippaablika Seeraaliyoonii fi Ministirri Muummee Giinii hojiilee Riifoormii Humna… Tsehay Guluma Nov 7, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin Rippaablika Seeraaliyoon Juuliiyas Maadaa Baayoo fi Ministirri Muummee Giinii Amaaduu Uurii Baahiin hojiilee Riifoormii Humna…
Oduu biyya keessaa Xiyyaarri ‘Airbus A350-1000’n balaalli jalqabaa Leegositti taasise Tsehay Guluma Nov 7, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC) – Xiyyaarri Airbus A350 -1000’n Itiyoophiyaa, Afrikaatti kan jalqabaa balallii isaa jalqabaa Naayijeeriyaa magaalaa Leegositti taasiseera.…