Mariin Komishinarootaa fi bulchitoota daangaa waloo Itiyoo-Jibuutii 28ffaan gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC)- Mariin Komishinarootaa fi bulchitoota daangaa waloo Itiyoo-Jibuutii 28ffaan qopheessummaa Itiyoophiyaan Magaalaa Bishooftuutti gaggeeffamuu eegaleera.…