Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 294 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 2 darbeera
Finfinnee,Adoolessa 8, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 294 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise.
Sa’aa 24 keessatti qorannaan…